Siyaasa Islaamummaa Keessatti kutaa 1ffaa
Islaamummaan amantii bal’aa fi guutuu ta’ee fi gama jireenyaa hunda kan hammatu yoo ta’u, kan hawaasummaa, dinagdee, amantii, fi siyaasaas ta’e kan biroo kamiyyuu kan hammatudha. Haala kanaan siyaasa shaakaluun hanga barsiisaa fi seera Islaamaa wajjin walsimutti haraama miti. Dhimma kana ilaalchisee hayyuun Musliimaa beekamaan Sheek Yuusuf Al-Qaradaawii akkas jedha: “Islaamummaan gama jireenyaa hunda;siyaasaa, hawaasummaa,...