logo gs

Day: April 11, 2023

Yesuus Rabbiin Akka Gabbaru Bible irraa ragaawwan muraasa

Yesuus Gabricha Rabbii ta’uunsaa ifaan ifatti macaafa kessatti dubbatameera. Yesuus halkanii fi guyyaa keessattis kadhannaa gooftaa isaatiin akka dhaabbachaa ture macaafni ni dubbata. Haa ta’u malee; hubannoon kiristaanota hedduu faallaa kanaati.  Inni gabricha Gooftaa tokkichaati. Yesuus yoo Gooftaa kan ta’u taate, Gooftaan inni waaqqeffataa ture sun eenyuudhaa? [ 6:12] “Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti ol...

Macaafni Qulqulluun Guutuun isaa jecha Rabbii ta’uu danda’aa?

Macaafni qulqulluun jecha Rabbii ta’uu ni danda’aa? Macaafni qulqulluun jecha Rabbii ta’uu ni danda’aa jennee yemmuu qorannutti, dubbii Rabbii ta’uun isaatuu haa hafuu eenyummaan barreessitoota isaatuu akka hin beekkamne dubbannee dabarsinee jirra. Ammas kitaabni kun akka maqaa isaa qulqulluu osoo hin taane, kitaaba haqamaa fi laaqama hedduudhaaf saaxilameedha. Baruma baraan isa orjinaalummaa gadi dhiise kanaa...

Eenyummaa Nabi Muhammad saw Qaphxiilee 12

Nabi Muhammadiin ﷺ Ergamoota biraa irraa maaltu adda isaan taasisa ? 1. RABBIIN Nabiyyii Aadam irraa jalqabee jiran hunda yoo Nabi Muhammad [S.A.W] yeroo isaanii keessatti ergaman itti amanuu fi isa hordofuu waadaa seensise. 2. RABBIIN guddaan badii isaanii isa duraa fi isa boodaas dhiiseefii jira, kunis Nabi Muhammadiif qofa ture. 3. RABBIIN umrii Nabi...

Garaagarummaa Waaqayyoo fi Yesuus

Kiristaanonni Yesuus kiristoos “Uumaadha” Yookiin “Inni Waaqayyoo dha” jedhanii Amanu. Haa ta’u Malee Macaafni isaanii isaan hin deeggaru. Inumaa Yaada isaanii kana ni faallessa. Mee kitaabuma isaanii Keessaa qabxiilee muraasa haa laallu. 1, Waaqayyoon yookiin uumaan waa Hundaa nama miti akka namaas miti “Ani dheekkamsa koo isa boba’aa gad hin dhiisu, deebi’ee Efreemin hin balleessu;...