10. Gabbarri akka shari’aatti akkami laallama?
Ummanni keenna Aadaa godhatee Yeroo fuudhaa fi heerumni gahe, Dubartii takka heerumsiisuuf Gabbara gaafatan. Yoo gabbara kana kaffaluu dhabee died, Hukmii shari’aatti maaltu narra jira? Deebisaa: Yaa Jara keenna! Hukmii shari’aatii fi Aadaa wal keessa hin laaqinaa. Fuudhaa fi heerumni yeroo raawwatamu gabbara kaffali, waan Haadhaa fi Abbaa, Eessumaa, Adeeraa, Adaadaa, dabalatee kana fidii san fidii wanti jedhamu...