10. Seenaa Nabi Yaqub (عَلَيْهِ ٱلسَّلَامُ) .
Nabi Yaaqoob (s.a.w) raajota Rabbii (Ulfinni Isaaf olta’aan haa ta’u) warra karaa Rabbitti nama yaaman sanyii Anbiyootaati, ergaa tokkummaa karaa sanyii isaa dabarsuu itti fufe. Ilma Nabi Yisihaaq (saw) yoo ta’u, akaakayyuun isaas Nabi Ibraahim (saw) malee kan biraa hin turre. Qur’aanni bal’ina jireenya Nabi Ishaaq (عَلَيْهِ لسَّلَامُ) fi, kana booda, Yaqub (عَلَيْهِ ٍلَسَّلَامُ) keessa...