7. Seenaa Nabi Luut (عَلَيْهِ ٱلسَّلَامُ) .
Nabi Luux, Macaafa Qulqulluu keessatti Nabi Loox jedhamuun kan beekamu, adeera isaa Nabi Ibraahim(a.s) tu Guddise, Nabi Luut (عَلَيْهِ ٱلسَّلَامُ) ergaa Ibraahim (عَلَيْهِ ٱلسَّلَامُ) yeroo namni hundi itti qoostullee ni jaallatu, ni kabaja, ni amana ture. Nabi Ibraahim Luux waliin ta’uun fagoo, lafaa fi galaana qaxxaamuree, nama affeeruu fi gara dacha Islaamaa babal’isuuf yaalii godhan....