Waqfii (dhaabuu) .
1. الوَقَفُ الاِخْتِبَارِي (yeroo qormaataa dhaabbachuu): Qur’aana keessatti jecha kamiyyuu irratti yeroo barattu ykn barsiisaa jirtu, ykn yeroo barsiisaan qormaata irratti barataa qoru irratti dhaabbachuun ni danda’ama. 2. الوَقْفُ الاِضْطِرَارِي (dirqiin dhaabbachuu): Yeroo dubbisuu jecha tokko irratti dhaabbachuun ni danda’ama sababa tasa dhaabbate, fkn: afuura dhabuu, dagachuu, haxxifachuu fi kkf. 3. الوَقْفُ الاِخْتِيَارِي (dhaabbata filatamaa):...