logo gs

Day: June 11, 2025

Gaarreen Jajjaboo

Gaara uumuun adeemsa walxaxaa dha. Fuulli gaarreen itti uumaman jabaa fi dhaabbataa dha. Qur’aana keessatti aayatni biraa ji’ooloojiif kenname akkas jedha: وَٱلۡجِبَالَ أَرۡسَىٰهَا Gaarreenis dachii irra ni dhaabe. Suuraa 79:-32 Dhugaan biraa saayintistoonni argatan Qur’aana keessatti aayata ji’ooloojiif kenname keessatti argama: وَجَعَلۡنَا فِي ٱلۡأَرۡضِ رَوَٰسِيَ أَن تَمِيدَ بِهِمۡ وَجَعَلۡنَا فِيهَا فِجَاجٗا سُبُلٗا لَّعَلَّهُمۡ يَهۡتَدُونَ Dachii...

Ji’ooloojii fi Oceanography

Ji’ooloojiin qorannoo teessuma lafaa yoo ta’u, oceanography ammoo qorannoo galaanaa fi waan isaan jala jiruudha. Qur’aanni qulqulluun madda beekumsa hangana hin jedhamneeti. Har’a ji’ooloojii Qur’aana keessatti ilaalla akkasumas gara oceanography Qur’aana keessatti mari’atameetti deebinee yoo laallu. Ji’ooloojii Qur’aana keessatti Gaarreen akka qamadii (stakes) ti. Guddinni saayinsii dhiheenya kana mul’ate, taatee “folding” jedhamu kan sababa uumamuu...

Qilleensi Duumessa Ulfeessa.

Qur’aannis taatee roobaa ni eereera: ٱللَّهُ ٱلَّذِي يُرۡسِلُ ٱلرِّيَٰحَ فَتُثِيرُ سَحَابٗا فَيَبۡسُطُهُۥ فِي ٱلسَّمَآءِ كَيۡفَ يَشَآءُ وَيَجۡعَلُهُۥ كِسَفٗا فَتَرَى ٱلۡوَدۡقَ يَخۡرُجُ مِنۡ خِلَٰلِهِۦۖ فَإِذَآ أَصَابَ بِهِۦ مَن يَشَآءُ مِنۡ عِبَادِهِۦٓ إِذَا هُمۡ يَسۡتَبۡشِرُونَ Rabbiin Isa qilleensa erge, isiin duumessa sochoofte. akka fedhetti samii keessa isa bittinneessa; addaan kukkutamaas isa taasisa. Roobas kan gidduu isaatii bahu...

Haayidrooloojii (Marsaa Bishaanii) .

haayidirooloojiin Qur’aana keessatti caqafamaniiru. Qur’aana yoo dubbisne Qur’aana keeyyata isaa keessatti,  ifa ta’ee fi marsaa bishaanii eeruun argama. Yaadni Aristootil bishaan holqa gaara qabbanaawaa keessatti walitti qabamee haroowwan lafa jalaa burqaawwan sooratan uumuun isaa ni yaadatama. Namoonni yaada kana yeroo dheeraaf amanan. Haa ta’u malee har’a bishaan roobaa caccabaa lafaa keessa seenu kanaaf itti gaafatamaa...

Fiiziksii, Haayidrooloojii Qur’aana keessatti

Fiiziksiin Qur’aana keessatti mata duree sa’aatii dheeraaf irratti mari’atamuu danda’uudha. Qur’aanni kitaaba odeeffannoo waa’ee Islaamaa of keessaa qabu qofa miti. Innis seera jireenyaa guutuudha. Fiiziksii Qur’aana keessattis mari’atama, kunis saayintistoota ajaa’ibsiifadha. Mata dureen har’aa fiiziksii Qur’aanaa fi haayidirooloojiiti. Fakkeenyota kana lamaan Qur’aana keessatti ni ilaalla. Fiiziksii Qur’aana Keessatti (Jiraachuu Subatomic Particles) . Qorannoon jalqabaa saayintistii...

Utubaa Ihsaana

Ihsaan sadarkaa olaanaa amantii Islaamaati. Hiikni isaa kan Nabi keenya jaallatamaan Muhammad (SAW) ibse: “Rabbiin akka waan ijaan isa argitutti gabbaruu keeti, yoo isa hin arginellee inni immoo na arga jettee isa sodaatuufii gabbaruu keeti”.   Yaad-rimeen Arkaana Ihsaana Islaamummaa keessattis Muslimni rokko nama itti gaafatamummaa qabuudha,  waan dalagu tokko haala gaariin fuula Rabbiitiif qofa...

utubawwan 6n Iimaanaa

“Arkaan al-Imaan” jechi Arabiffa yoo ta’u, Afaan oromootiin “Utubaawwan Amantii” jedhamee hiikama. Islaamummaa keessatti amantaa ykn qajeeltoowwan barbaachisoo Muslimni hundi itti cichuu qabu agarsiisa.   Utubaaleen kunneen bu’uura amantaa Islaamaa ta’anii kan fudhataman yoo ta’u, Qur’aanaa fi Hadiisa (jechootaa fi gocha Nabi Muhammad) keessatti kan ibsamanidha.   Utubaaleen amantii Islaamaa Jahan: Rabbitti (Tawhid) amanuu: Kunis...

Utubaawwan 5n Islaamaa

1.Shahaada (Amantii) . Allah malee waaqni dhugaan gabbaramu akka hin jiree amanuufii Nabi Muhammad ergamaa Isaa (s.a.w) tahuu ragaa bahuu 2. Salaah (Salaata) . Salaanni nama Muslima hunda irratt bara jireenya isaa/isii  guutuu guyyaatti si’a shan akka salaatamu beekanii salaatuu . 3. Zakaa (Sadaqaa) . Gocha qabeenya Muslimaa keessaa 2.5 waggaa waggaan namoota  rakkataniif kennuu....