logo gs

Day: June 22, 2025

Salaata dirqamaa (waajibaa) .

Salaanni Dirqama (Fard) Islaamummaa keessatti gosoota salaata jalqabaa Islaamummaa keessatti: Islaamummaa keessatti salaanni Fard akka manneen barnootaa Sunnaa hundaatti muslima hundaaf dirqama. Salaatonni dirqamaa kun guyyaatti si’a shan kan raawwataman yoo ta’u, tuffachuunis akka cubbuutti kan ilaalamu yoo ta’u, nama cubbamaa ykn nama Muslima hin taane gochuullee danda’a. Salaanni dirqamaa shanan: Salaata Fajrii (Salaata Ganama): ...

Jaarsi takka qofa si hiike jennaan deemtee nama birootti heerumte.

Gaafii ? dubartiin takka jaarsaan wal dhabnaan, inni si hiike jedheen. Isiinis yeroma san deemtee nama birootti heerumte. Nikaan isii kun akkami? Nikeenni duraa bu’e moo hin buune? Deebii Dura dursoo abbaan warraa yoo si hiike jedhee dubbate; fedhu xalayaa itti katabee, fedhu Meseeja ergee, fedhu bilbila bilbilee yoo si hiike jedhe. Nikaan sun bu’ee...

Jaartiin jaarsa isiitiin na hiiki yoo jetteen diliin isii maali?

Gaafii ? akka hadiisatti, Dubartiin takka Abbaa isiitiin na hiiki jettee, hiikkaa yoo gaafatte Jannanni isii irratti haraama jedhan. Anin garuu rakkina keessa jiru irra dhaabbadhee abbaa manaa kiyya, hiikkaa yoo gaafadhe diliin tiyya maali? Jaartiin jaarsa isiitiin na hiiki yoo jetteen diliin isii maali? Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii. Hiikkaan halaali. Halaala sanirraa immoo irra...

Dubra xixiqqoo heeruma osoo hin gahin, nikaaha namaa godhuun taatii?

Gaafii:Ijoollee dubraa daa’imman umriin isaanii xixiqqoo taate yoo nikaaha hidhan, nikaahni sun ni tahaa? Deebisaa: Nikaahni waan taphaa osoo hin taane, waan akkaan jabaati. Kanaafuu, xiqqeenyaa fi guddina yookiin qabeenyaa fi hiyyummaadhaan adda hin baafamu. Hukmii Shari’aa keessatti ijoollee xixiqqoo nikaaha hidhuun ni jira. Ragaan kanaa, Sahaabtichi guddaan Abi Bakhri As-Siddiiq-Rabbiin(R.A)- intala isaa A’ishaa (RA) tan...

Nikaahni bakka abbaan dhimaa hin jirretti hidhamuun taatii?

Gaafii ? Anaa fi intalli takka wal jaalanne. Erga wal jaalanne booda warri keenya lamaan walitti dhufanii nikaaha nama godhus yaaman. Garuu guyyaa nikaaha godhan sani, ‘eenyuun bakka buufatta’ naan hin jenne, ‘hayyama godhi’ naan hin jenne. Anuma duubaan nikaaha godhanii xumuranii, nikaahni kun sirriidhaa? Deebii: Nikaahni ulaagaa afur yokiin shan qaba. Inni jalqabaa, Abbaan intalaa,...