Fedhiin saalqunnamtii koo baayʼee waan natti baayʼateef, akkan hin baranneefi hin hojjenne na dhorkame. Maal gochuu qaba?

Fedhiin saalqunnamtii koo baayʼee waan natti baayʼateef, akkan hin baranneefi hin hojjenne na dhorkame. Maal gochuu qaba? Deebii Fedhiin kun dardara hundarra jira. Rasuulli S.A.W dawaa walii galaa kan nama hundaaf tahu nuuf dhaamanii jiran. Namni kun yoo humna qabaate jaartii haa fuudhu, Sanuma cinaan barnoota isaatis haa oofu. Yoo kana dadhabe ammoo haa soommanu....

Bilbilaan Nikaaha namaaf hidhuun hayyamamaa?

nama tokkoof Nikaaha bilbilaan hidhuun ni taha. Garuu ulaagaan nikaahaa guuttamuu qaba. Fakkeennaaf waan akka Mahrii, Waliyyii intalaa, namoota ragaa tahaniifi wantoota ulaagaa nikaahaa tahan hunda guutuun dirqama. Gama birootiin wal daguufi wal sobuu irraa fagaachuun barbaachisaadha. Yeroo garii suuraa nama biroo intalaafi maatitti mul’isanii intala ammoo nama birootiif nikaaha godhaa wal daguun ni jirti....

Ikhfaa’a الإِخْفَاء

Seerri: Qubeewwan Ikhfaa’ii 15 keessaa tokko Noon As-Sakinah ykn Tanween booda yoo dhufe jechi sun Ikhfaa’ waliin dubbifama sagaleen immoo jiraachuu Ghunna waliin Ith’har fi Idghaam gidduu akka ta’etti fudhatama, turtiin isaas Harakaa lama ta’a. Qubee Ikhfaa’: ت، ث، ج، د، ذ، ز، س، ش، ص، ض، ط، ظ، ف، ق، ك Isaanis qubee jalqabaa...

Iqlaaba الإِقْلاَب

Hiika jechaatti: Waan tokko gara waan biraatti jijjiiruu Seerri: Yoo Nuun Saakinah ykn Tanween booda qubeen Iqlaaba ب mul’ate sana booda dubbisaan Nuun Saakinah ykn Tanween bakka buusee Meem (م) godhatee sagalee Idghaam fi Ikhfaa’ gidduu jiruun ni qara’ama. qubee Iqlaaba: ب . Iqlaaba Nuuni Sakinah Iqlaaba Tanwiinaa

Idghaama الإِدْغَام

Idghaama idgham with Ghunnah Seerri: Nuun As-Sakinah ykn Tanween booda qubeewwan Idghaam keessaa tokko yoo dhufe, idghama jenna. qubeelee Idghaama : ي , ر , م , ل , و , ن bakka takkatti walitti qabdee يَرْمَلُون    jenna. Fakkeenyota Idghaam Ghunna kan Noon As-Sakinah waliin:   – Fakkeenyota Idghaam Ghunna Tanween waliin:  

Izhaara

Gosoota Izhaaraa fii Seerota Isaa Izhaarri akka waliigalaatti gosa gurguddoo lamatti ramadama: Izhar Al-Halqii fi Izhar Al-Shafawi. Gosoota kana hubachuun yaad-rimee kana akka gaariitti hubachuuf kan dandeessisu yoo ta’u, Tajwiida akka qabaattaniif karaa isiniif saaqa. Izhar Al-Halqiin mul’achuu uumamaa qubeewwan qoonqoo irraa dubbataman kan ilaallatuudha. Isaanis ال Hamzaa (ء), ء Ha (ه ), ع ‘Ain...