Garagaarsaaf maallaqa an erge bakkaan naaf hin geenye, anin maal godhuu qaba?
Gaaffii: Gaafa tokko sadaqaa niyyadheetiin gargaarsa masjiida tokkoof ammalle maatii yatiimaatiif gargaarsa niyyadhee nama tokkotti waa erge, namni sun waan san akka an fedhutti bakkaan hin geenyee, ka masjiida sanis cinaa kenneetuma waa xiqqoo kennee, ta biraa Masjiida biraatiif dabarse an ammo masjiida saniif hin niyyannee inni ammo fedhinnaa isaatiin akkas hojjatee wanni anarratti jiru...