Obboleeyyan Wright kan xiyyaara uuman
وَٱلۡخَيۡلَ وَٱلۡبِغَالَ وَٱلۡحَمِيرَ لِتَرۡكَبُوهَا وَزِينَةٗۚ وَيَخۡلُقُ مَا لَا تَعۡلَمُونَ Farda, gaangewwaniifi harrootas akka yaabbattaniifi miidhaginaaf jecha (isiniif uume), Wantoota isin hin beeknes ni uuma. Suuraa An-Nahl 16:- 8 wantoonni ilmi namaa dur hin beekne kan uumaman sun maal faadha ? Obbolaan Raayit, Orville Wright (Hagayya 19, 1871 – Guraandhala 30, 1948) fi Wilbur Wright (Ebla...