Oduu Ammee maatii guututu ardha shahaadaa qabate.

Maatii 1 guutuun Shahaadaa Qabatan Abbaa warraa fii haadha warraa dabalatee ilmaan isaanii 8 waliin walii galatti namni 10 amma Guyyaa har’aa gara islaamummaatti Dhufan. Maatiin Kunis Shaahaadaa Kana Qabachuun halkan mana isaanii dhiisanii Galaa isaanii irbaata fudhachuun mana Sheek Seyfaddiin Dhufuudhaan LIVE tiktok irratti kallaattiin osoo darbuu Shahaadaa kan qabatan Namootni Kallattiin ilaalaa turan...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 4ffaa

16. Umar bin Abdul Aziiz (r) eenyu ture? 2 deebii. A. Saahiba Nabiyyii (صلى الله عليه وسلم) . B. Khaliifaa impaayera Islaamaa C. Ilma ilma Umar ibn al-Khattab D. Ilma ilma guddaa Umar ibnu al-Khattab 17.  Jannah keessatti Tubaan maali? A. Firii tokko B. Muka  tokko C. Laga tokko D. Balbala tokko 18) Maqaan Al-Ghani...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 3ffaa

11. Maqaan Rabbii Al-Mu’izz jedhu maal jechuudha? A. Kan ulfina salphisu B. Kan murteessu C. Kan kabaja kennu D. Kan hunda isaa argu   12. Du’aa’ii eenyuu Rabbiin hin fudhanne? deebiin 2  isaan lamaan sun kamiif kam ?. A. Nama yeroo hedduu Rabbiin kadhatu. B. Nama du’e giddu-galeessa godhatee Rabbiin gaafatu. C. Nama imimmaaniin Rabbiin...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 2ffaa

6) Az-Zaqqum maali? A.Nyaata ummata ibidda jahannam B.dhugaatii Ummata ibidda jahannam C. Mana ummata ibidda jahannam D. Uffata ummata ibidda jahannam 7) Sidrat al-Muntahaan jechuun maali? A. Nyaata namoota jannataa B. Muka ejersaa daangaa isa fagoo C. Muka loozii daangaa isa fagoo D. Ummata jannataaf dhugaa 8) Hariiroon Nabi Muusaa (alayhi as-salaam) & Nabi Haroon...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 1ffaa

1) Nabi Muhammad (صلى الله عليه وسلم) muka damee 300+ dhaabuun gabra ta’uu irraa Sahaabaan bilisa ta’uuf  gargaaran maqaan isaa eennu? A. Bilaal ibnu Rabah (ra) . B. Thawban ibnu Bujdud (ra) . C. Zayd ibnu Harisaa (ra) . D. Salmaan al Fariisii (ra) . 2. Halkan hirribaaf osoo hin ciisin dura Ayaatul Kursii qara’uun...

miidiyaa Hawaasaa (Social Media)

Addunyaa ammayyaa keessatti miidiyaan hawaasaa meeshaa qunnamtii, barnootaa fi bashannanaaf humna guddaa qabu ta’eera. Waltajjiiwwan akka Instagram, YouTube, TikTok fi Facebook odeeffannoo battalumatti argachuu kan danda’an yoo ta’u, fayyadamtoonni dhaggeeffattoota addunyaatiif qabiyyee akka uumuu danda’an ni taasisa. Miidiyaan hawaasaa faayidaa hedduu kan kennu yoo ta’u, keessumaa ilaalcha Islaamummaatiin qormaataafi balaa guddaa qaba. Akka uumaa qabiyyee...