islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 8ffaa
36. Nabiyyiin (a.s) Qur’aana keessatti maqaan baay’inaan dubbatame isa kami? A. Nabi Muhammad صلى الله عليه وسلم B. Nabi Isaa (as) . C. Nabi Muusaa (as) D. Nabi Aadam (as) . 37. Hiikni afaanii Taraweeh maali? A. Boqochuuf ✔️ B. Kadhachuuf C. Hirribaa turuuf D. Rafuudhaaf 38. Hayyoonni shirkii gosa meeqatti qoodanii jiru? A. 2...