islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 12ffaa

56. Ramadaana keessa, lola kamtu raawwatame? A. Lola Badr B. Lola Khandaq C. Lola Uhud D. Lola Hunayn 57.  Nabiyyiin (as) kamtu dhukkuba cimaan qorame? A. Nabi Yuusuf (as) . B. Nabi Ayyuub (as) C. Nabi Idriis (as) . D. Nabi Muusaa (as) . 58.  Nabi Muhammad صلى الله عليه وسلم gama kamiin akka hin...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 11ffaa

51. Qur’aana keessatti Nabiyyoota meeqa maqaan isaanii dhawame? A. 25 B. 31 C. 110 D. 114 52. Qur’aana keessatti maqaan Madiinaa maali? A. Bakkaa B. Quds C. Marwaa D. Yathrib (Yasrib) 53. Akka Rasuulli صلى الله عليه وسلم jedhanitti amanamummaan maalitti nama geessa? (deebii 2)? A.Umuriin nama dheeressutti n B. Qajeelummatti C. Jannatatti D. jaartii...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 10ffaa

46. Saahaabaan maqaan isaa Qur’aana keessatti dhawame eenyu? A. Abuu Bakr akka Siddiq (ra) . B. Zayid  (ra) C. Umar ibnu al Khattaab (ra) . D. Khaalid ibnu Waleed (ra) . 47.  Gocha kamtu Wuduu’a hin cabsine? A. Kolfuu B. qaama saalaa harkaan qabatuu C. fincaanuu. D. Foon gaalaa nyaachuu 48.Eenyutu Hadiisa irra baay’inaan odeesse?...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 9ffaa

41.   Tartiiba sirrii Nabi Muhammad صلى الله عليه وسلم haadha manaa 4 kana fuudhan isa kami? A. Aa’ishaa, Khadijaa, Zaynab & Hafsa B. Khadija, Aa’isha, Hafsaa & Zaynab C. Khadijaa, Hafsaa, A’isha & Zaynab D. Aa’isha, Hafsa, Khadija & Zaynab 42. Kanneen armaan gadii keessaa , qaama Towhiida Ar-Rububiyyaa hin taane kami? A. Waan hunda...