Maqaalee Qur’aanaa
Qur’aanaa fi Maqaalee hedduu qabachuu isaa Qur’aana jechuun, gabaabumatti, kitaaba qulqulluu isa xumuraa; kan Rabbiin (SWT) ilmaan namaa qajeelchuuf, Ergamaa isaa Nabi Muhammad (SAW) irratti buuseedha. Maqaalee beekamoon Qur’aana keessatti ifatti dubbataman ragaa wajjin beekuun barbaachisaadha. Maqaaleen Qur’aanaa, Qur’aana keessatti ibsaman hedduudha. keessaa muraasa isaani ragaa wajjiin haa ilaalluu: Maqaalee Beekamoo kan Qur’aanaa Ragaa Isaanii...