logo gs

99 maqaa Rabbii

# Maqaa Jecha Hiikkaa
1 ٱلرَّحْمَٰنُ Ar-Raḥmān Irra caalaa ykn Guutummaatti Rahmata godhaa
2 ٱلرَّحِيمُ Ar-Raḥīm Keessumaa Muslimootaaf Rahmata godhaa
3 ٱلْمَلِكُ Al-Malik Mootii fi Abbaa Qabeenyaa
4 ٱلْقُدُّوسُ Al-Quddus Kan Guutummaatti Qulqulluu
5 ٱلسَّلَامُ As-Salām Mudaa kan hin qabnee fi Nagaa kan kennu
6 ٱلْمُؤْمِنُ Al-Mu’min Kan Iimaana fii Nageenya kennu
7 ٱلْمُهَيْمِنُ Al-Muhaymin Eegduu, Dhugaa Baatuu, waa hunda argaa katahe
8 ٱلْعَزِيزُ Al-‘Azeez Hundumaa danda’u
9 ٱلْجَبَّارُ Al-Jabbār Dirqisiisaa fii deebisee kennaa
10 ٱلْمُتَكَبِّرُ Al-Mutakabbir Ol’aanaa fii jaalatamaa
11 ٱلْخَٰلِقُ Al-Khāliq Uumaa
12 ٱلْبَارِئُ Al-Bāriʾ Argamsiisaa
13 ٱلْمُصَوِّرُ Al-Muṣawwir Dizaayinara bareechisaa
14 ٱلْغَفَّارُ Al-Ghaffār Araaramaa
15 ٱلْقَهَّارُ Al-Qahhār Bulchaa, yeroo hunda waa hundaa ol aanaa
16 ٱلْوَهَّابُ Al-Wahhāb kennaa
17 ٱلرَّزَّاقُ Ar-Razzāq Kan Yeroo Hundaa Risqii Dhiyeessu
18 ٱلْفَتَّاحُ Al-Fattāḥ Kan Banu, Abbaa Murtii
19 ٱلْعَلِيمُ Al-ʿAlīm Hundumaa Beekaa
20 ٱلْقَابِضُ Al-Qābiḍ Kan Qabu
21 ٱلْبَاسِطُ Al-Bāsiṭ Baldhisaa
22 ٱلْخَافِضُ Al-Khāfiḍ Hir’isaa,
23 ٱلْرَّافِعُ Ar-Rāfiʿ Kan Ol-kaasu
24 ٱلْمُعِزُّ Al-Muʿizz kan Kabajaan isaaf malu
25 ٱلْمُذِلُّ Al-Mudhill  Kan Salphisu xiqqeessu.
26 ٱلسَّمِيعُ As-Samīʿ kan hundaa dhagayu
27 ٱلْبَصِيرُ Al-Baṣīr kan hundaa argu
28 ٱلْحَكَمُ Al-Ḥakam abbaa murtii, kan murtii kennu
29 ٱلْعَدْلُ Al-‘Adl Kan Guutummaatti Haqaa kennu
30 ٱللَّطِيفُ Al-Laṭīf Kan Irra garaa laafaa, irra beekaa
31 ٱلْخَبِيرُ Al-Khabīr Kan Hundaa Beeku
32 ٱلْحَلِيمُ Al-Ḥalīm Kan Irra Obsa Qabu
33 ٱلْعَظِيمُ Al-ʿAẓīm guddaa fii Ol Aanaa
34 ٱلْغَفُورُ Al-Ghafūr Kan Dhiifama Godhu, Kan Garmalee Dhiifama Godhu
35 ٱلشَّكُورُ Ash-Shakūr Kan Irra Dinqisiisu
36 ٱلْعَلِيُّ Al-ʿAlī Irra Ol-aanaa, Ol-ka’aa
37 ٱلْكَبِيرُ Al-Kabīr Irra Guddaa,
38 ٱلْحَفِيظُ Al-Ḥafīẓ Tiksaa fii Eegaa
39 ٱلْمُقِيتُ Al-Muqīt Kan Itti fufsiisu, Kan Kunuunsu
40 ٱلْحَسِيبُ Al-Ḥasīb Lakkaawaa
41 ٱلْجَلِيلُ Al-Jalīl Jaalallee gaarii
42 ٱلْكَرِيمُ Al-Karīm Irra Arjaa, Irra Kabajamaa
43 ٱلْرَّقِيبُ Ar-Raqīb irra hordofaa, Waa Hunda
44 ٱلْمُجِيبُ Al-Mujīb Kan deebii kennu
45 ٱلْوَاسِعُ Al-Wāsiʿ Kan Daangaa Hin Qabne
46 ٱلْحَكِيمُ Al-Ḥakīm Beekaa Hundaa
47 ٱلْوَدُودُ Al-Wadūd Kan Irra Jaalala Qabu
48 ٱلْمَجِيدُ Al-Majīd Kan Ulfina Qabu, Kan Kabajamaa
49 ٱلْبَاعِثُ Al-Bāʿith Jireenya Haaraa kennu
50 ٱلْشَّهِيدُ As-Shahīd Kan Hundumaa Dhugaa Bahu
51 ٱلْحَقُّ Al-Ḥaqq Dhugaa Guutuu qabu
52 ٱلْوَكِيلُ Al-Wakīl Abbaa Imaanaa, Dhimma Bulchaa
53 ٱلْقَوِيُّ Al-Qawiyy Kan Hundarra Cimaa
54 ٱلْمَتِينُ Al-Mateen Dhaabbata, Kan Jabaate
55 ٱلْوَلِيُ Al-Walee Hiriyaa Eegumsaa
56 ٱلْحَمِيدُ Al-Hameed Kan Faarfamu
57 ٱلْمُحْصِي Al-Muhsee Kan Hundaa Lakkaa’u
58 ٱلْمُبْدِئُ Al-Mubdi’ Ka’umsa, waa hundaa
59 ٱلْمُعِيدُ Al-Mu’id Deebisee kan deebisu
60 ٱلْمُحْيِي Al-Muhyee Kennaa Jireenyaa
61 ٱلْمُمِيتُ Al-Mumeet Uumaa Du’aa
62 ٱلْحَيُّ Al-Hayy Kan Bara baraan  Jiraatu
63 ٱلْقَيُّومُ Al-Qayyoom Kan Itti fufsiisu, dandayaa
64 ٱلْوَاجِدُ Al-Waajid Hubataa
65 ٱلْمَاجِدُ Al-Maajid Kan ibsu, ulfina qabeessa
66 ٱلْوَاحِدُ Al-Waahid Tokkicha, Kan Hin Hiramne
67 ٱلْأَحَدُ Al-Ahad Kan Adda, Tokkicha fakkaataa hin qabne
68 ٱلصَّمَدُ As-Samad Kan Bara Baraa, Fedhii Guutuu
69 ٱلْقَادِرُ Al-Qaadir kan Hundumaa danda’u
70 ٱلْمُقْتَدِرُ Al-Muqtadir kan Humna hunda ol qabu
71 ٱلْمُقَدِّمُ Al-Muqaddim Saffisaa, Guddisaa
72 ٱلْمُؤَخِّرُ Al-Mu’akhkhir ka tursiisu
73 ٱلْأوَّلُ Al-Awwal kan jalqabaa
74 ٱلْآخِرُ Al-Aakhir Kan Dhumaa, fii  Guddaa
75 ٱلظَّٰهِرُ Az-Zaahir Kan Mul’ataa, Kan Hundaa caalu
76 ٱلْبَاطِنُ Al-Baatin Kan Dhokataa, Kan Dhokataa Beekaa
77 ٱلْوَالِي Al-Waalee Bulchaa Tokkicha
78 ٱلْمُتَعَالِي Al-Muta’ali kan Ol Ol Ta’e
79 ٱلْبَرُّ Al-Barr Madda Gaarummaa Hundaa
80 ٱلتَّوَابُ At-Tawwaab Kan Yeroo Hundaa Dhiifama godhu
81 ٱلْمُنْتَقِمُ Al-Muntaqim Haaloo ba’aa
82 ٱلْعَفُوُّ Al-‘Afuww Dhiifama kan godhe
83 ٱلْرَّؤُوفُ Ar-Ra’ūf Kan Irra Gara Laafaa
84 مَالِكُ ٱلْمُلْكِ Mālik al-Mulk Gooftaa  Abbaa Mootummaa zalaalamii
85 ذُو ٱلْجَلَالِ وَٱلْإِكْرَامِ Thul-Jalaali wal-Ikraam abbaa Qabeenya Ulfinaa fi Kabaja
86 ٱلْمُقْسِطُ Al-Muqsiṭ Kan Haqaa
87 ٱلْجَامِعُ Al-Jaami’ Walitti qabaa, Tokkoomsaa
88 ٱلْغَنيُّ Al-Ghaniyy Of Danda’aa, Sooressa
89 ٱلْمُغْنِيُ Al-Mughniyy abbaa Badhaadhina
90 ٱلْمَانِعُ Al-Maani’ Kan Qabu
91 ٱلضَّارُّ Ad-Dārr Kan Dhiphisu
92 ٱلنَّافِعُ An-Naafi’ Kan Faarfamu, Kan Tola oolu
93 ٱلْنُورُ An-Noor ifaa
94 ٱلْهَادِي Al-Haadi Qajeeljaa abbaa qajeelfamaa
95 ٱلْبَدِيعُ Al-Badee’ kan Ka’umsa Hin Qabne
96 ٱلْبَاقِي Al-Baaqi Kan Bara Baraa
97 ٱلْوَارِثُ Al-Waarith Dhaaltuu dhaalchisaa
98 ٱلرَّشِيدُ Ar-Rasheed Qajeelfama Daandii Sirrii
99 ٱلصَّبُورُ Al-Saboor abbaa Obsaa