logo gs

Aduun Ni dhumti, yookiin ni baddi

Ifni aduu adeemsa keemikaalaa  fuula isaa kan walitti fufiinsaan raawwatamaa ture
waggoota biliyoona shanan darbaniif. Xumura irra ni dhufa gara fuulduraatti yeroo tokkotti, yeroo aduun
guutummaatti ni dhaamfama, kunis gara dhabamsiisa jireenya lafarra jiru hunda. Dhaabbataa ta’uu dhabuu ilaalchisee jiraachuu aduu, Qur’aanni akkana jedha:

وَٱلشَّمۡسُ تَجۡرِي لِمُسۡتَقَرّٖ لَّهَاۚ ذَٰلِكَ تَقۡدِيرُ ٱلۡعَزِيزِ ٱلۡعَلِيمِ

Aduun hanga buufata isheef taheetti deemti, Sun murtee (Rabbii) injifataa, beekaati.

وَٱلۡقَمَرَ قَدَّرۡنَٰهُ مَنَازِلَ حَتَّىٰ عَادَ كَٱلۡعُرۡجُونِ ٱلۡقَدِيمِ

Baatii buufataalee isaa goonee jirra. hanga inni akka damee meexxii dullattiitti deebi’utti (deemsifne).
Qur’aana  Suuraa 36:38

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*