Hiika jechaa jechaatti: Dheersuu. Dheersuun (diriirfamuu) sagalee qubeewwan Madd irraa qubee tokkoon.

Qubeewwan Madd: ا , و , ي fi isaanis jecha (نُوحِيهَا) keessatti walitti qabamu .

Y: Aliif Saakinah fii osoo Fathaan hin dhufin .

B: Waw Saakinah fii osoo Dammaan hin dhufin.

C: Yaa Saakinah fii osoo Kasraan hin dhufin .

Madd Aslii:  المَدُّ الأَصْلِيُّ

Fakkeenya

 قَالَ  –  أَمْثَالُكُمْ  –  أَعْمَالُهُمْ وَقَالُوا  –  لِإِيلافِ  –  الْعَزِيزِ الْحَكِيمِ

وَقِيْلَ –  تُبْصِرُوْنَ  –  يُوْسُفُ  –  بُوْرِكَ  –  يُوْصِيْكُمُ  –  خَالِدِيْنَ

 

Al-Madd Far’iy المَدٌّ الفَرْعِي

Innis sababa Hamza (dura ykn booda dhufu) ykn Sukoon qubee Madd hordofuun Madd Asli irratti Madd (stretch) dabalataati.

Murtii sadii qaba: a) Wajib (barbaachisaa) b) Ja’iz (hayyama) c) Lazim (dirqama) .

Gosoota shan qabu: 1.1.

Sadii sababa Hamzaatiin;

1) Al-Madd Muttasil

2) Al-Madd Munfasil

3) Al-Madd Badal

Lama sababas Sukuun;

4) Al-Madd Aarida

5) Al-Madd Laazim

 

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*