2. Seenaa Nabi Idriis (AS) .
Nabi Idriis عَلَيْهِ ٱلسَّلَامُ eenyu? Nabi Idriis (عَلَيْهِ ٱلسَّلَامُ), Macaafa Qulqulluu (Bible) keessatti Henok jedhamuun kan beekamu, Islaamummaa keessatti Nabiyyii lammaffaa ykn sadaffaa ta’ee ilaalama. Qur’aana keessatti Nabiyoonni maqaan caqafaman digdamii shan jiru. Barreessitoonni seenaa fi hayyoonni tokko tokko kan akka Ibnu Kathir ilma sadaffaa Nabi Aadam (عَلَيْهِ ٱلسَّلَامُ) Seet (Sheeth) akka isa bakka bu’ee...








