Gooftaa kan jedhaman hedduudha.

Wal marii Muslimoota fi kiristaanootaa guyyaan gaye, ganama keessa sa’a 3:00 yeroo gahu baay’inni namoota walitti qabamanii haalaan nama gammachiisa Arab:- Jalqabni dubbi maqaa Rabbii Rahgmata qabuuti. Qur’aan suuraa Aali’Imran boq. 3 lakk.85 <<Namni Diinaa Islaamaa dhiisee diinaa biraa barbaadu, namni erga Nabi Muhammad (a.s.w) ergame diinaa           Islaamaa dhiisee diinaa bira...

QULQULLINNA UFFATA NABIYYII KEENYAA (SALLALLAAHU ALEYHI WASALLAM)

kutaa 1ffaa Akka kiristaanonni naamusa hin qabne tokko tokko jedhanitti, aa’ishaan uffata nabiyyii Muhammad (sallallaahu aleyhi wasallam) irraa bishaan sanyii kormaa rigdee miicciti jedhan. Isa kanaaf ammoo hadiisa ibnu maajah lakk. 537 akka ragaatti dhiyeeffatan. Wanti yyadni kun itti xiyyeeffate immoo, aa’ishaan sababa bishaan dhiira irraa argamu uffata nabiyyii Muhammad irraa miicciteef, nabiyyiin Muhammad (sallallaahu...

Yesus Kiristos gara samii ul-fuudhamuu

“Yaa abbaa, kun akka fedha kee yoo ta’e, xoofoo dhiphinaa ani fudhachuudhaaf jiru kana ana irraa fuudhi; garuu akka ani jaalladhe utuu hin ta’in; akka ati jaallatte haa ta’u! jedhe. “Yommus ergamaan Waaqayyoo tokko isa jajjabeessuudhaaf waaqa irraa itti mul’ate. Muddama isaa keessattis ittuma cimsee kadhate; dafqi isaas akka coccopha dhiigaa lafatti gad rooba ta’e”.”...

Yesus Kiristos gara samii ul-fuudhamuu

“Yaa abbaa, kun akka fedha kee yoo ta’e, xoofoo dhiphinaa ani fudhachuudhaaf jiru kana ana irraa fuudhi; garuu akka ani jaalladhe utuu hin ta’in; akka ati jaallatte haa ta’u! jedhe. “Yommus ergamaan Waaqayyoo tokko isa jajjabeessuudhaaf waaqa irraa itti mul’ate. Muddama isaa keessattis ittuma cimsee kadhate; dafqi isaas akka coccopha dhiigaa lafatti gad rooba ta’e”.”...

Bible Keessatti Waaqayyoon inni Dhugaa Isa kami?

Assalaamu alahikum warahmatullaahi wabarakaatuh Kiristaanonni “Waaqni keessan meeqa” jedhamee gaaffii yoo isaan gaafatame, afaan isaaniitiin “Waaqni keenya tokko” jedhanii deebisu. Garuu “waaqni tokkichi sun eenyu”? Yoo jennee gaafanne waaqa sana himuuf hedduu rakkatu. Sababni isaas faallaa macaafa isaanii deemanii sillaasee yookiin sadan waaqa tokko kan jedhu waan uummataniif jecha waaqa ofii ibsuuf hedduu dhama’u. Macaafa...

Yesuus Rabbiin Akka Gabbaru Bible irraa ragaawwan muraasa

Yesuus Gabricha Rabbii ta’uunsaa ifaan ifatti macaafa kessatti dubbatameera. Yesuus halkanii fi guyyaa keessattis kadhannaa gooftaa isaatiin akka dhaabbachaa ture macaafni ni dubbata. Haa ta’u malee; hubannoon kiristaanota hedduu faallaa kanaati.  Inni gabricha Gooftaa tokkichaati. Yesuus yoo Gooftaa kan ta’u taate, Gooftaan inni waaqqeffataa ture sun eenyuudhaa? [ 6:12] “Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti ol...

Macaafni Qulqulluun Guutuun isaa jecha Rabbii ta’uu danda’aa?

Macaafni qulqulluun jecha Rabbii ta’uu ni danda’aa? Macaafni qulqulluun jecha Rabbii ta’uu ni danda’aa jennee yemmuu qorannutti, dubbii Rabbii ta’uun isaatuu haa hafuu eenyummaan barreessitoota isaatuu akka hin beekkamne dubbannee dabarsinee jirra. Ammas kitaabni kun akka maqaa isaa qulqulluu osoo hin taane, kitaaba haqamaa fi laaqama hedduudhaaf saaxilameedha. Baruma baraan isa orjinaalummaa gadi dhiise kanaa...

Eenyummaa Nabi Muhammad saw Qaphxiilee 12

Nabi Muhammadiin ﷺ Ergamoota biraa irraa maaltu adda isaan taasisa ? 1. RABBIIN Nabiyyii Aadam irraa jalqabee jiran hunda yoo Nabi Muhammad [S.A.W] yeroo isaanii keessatti ergaman itti amanuu fi isa hordofuu waadaa seensise. 2. RABBIIN guddaan badii isaanii isa duraa fi isa boodaas dhiiseefii jira, kunis Nabi Muhammadiif qofa ture. 3. RABBIIN umrii Nabi...

Garaagarummaa Waaqayyoo fi Yesuus

Kiristaanonni Yesuus kiristoos “Uumaadha” Yookiin “Inni Waaqayyoo dha” jedhanii Amanu. Haa ta’u Malee Macaafni isaanii isaan hin deeggaru. Inumaa Yaada isaanii kana ni faallessa. Mee kitaabuma isaanii Keessaa qabxiilee muraasa haa laallu. 1, Waaqayyoon yookiin uumaan waa Hundaa nama miti akka namaas miti “Ani dheekkamsa koo isa boba’aa gad hin dhiisu, deebi’ee Efreemin hin balleessu;...