8. Namni bultii jaaruuf jecha walii kakate, eegasii kakuu san diige akkam godhuu qaba?
Nama tokko wajji waadaa waliif gallee nikaaha hidhanne. Boodarra garuu waa irratti argee beellama san yoo diige, Nikeenni hoo ni diigamaa? Deebisaa Ulamoota biyya alaa Gaaffiin tun dhimma lama if keessaa qabdi 1ffaa Kakuu diiguu: Namni tokko dhimma tokko irratti maqaa Rabbiitiin yoo kakate, wanta san guutuu qaba. Haaluma kanaan “ani simalee hin heerumu”...