Oduu Ammee maatii guututu ardha shahaadaa qabate.

Maatii 1 guutuun Shahaadaa Qabatan Abbaa warraa fii haadha warraa dabalatee ilmaan isaanii 8 waliin walii galatti namni 10 amma Guyyaa har’aa gara islaamummaatti Dhufan. Maatiin Kunis Shaahaadaa Kana Qabachuun halkan mana isaanii dhiisanii Galaa isaanii irbaata fudhachuun mana Sheek Seyfaddiin Dhufuudhaan LIVE tiktok irratti kallaattiin osoo darbuu Shahaadaa kan qabatan Namootni Kallattiin ilaalaa turan...

Muhammad ibn Musa al-Khwarizmi Eenyu?

Dhaloota Golden Age Jedhaman  Islaama Keessaa tokko kan ta’e kan hojii isaa hanga har’aa addunyaan fayyadamaa jirtu Eenyu akka ta’e Beektuu? Muhammad ibn Musa al-Khwarizmi qorataa herregaa (mathematics), (astronomy), fi ji’oograafii (geography) kan bara 780 – 850 Miilaadi keessa jiraateedha.Maqaan isaa “al-Khwarizmi” jedhu bakka inni dhalate irraa dhufe: Khwarizm, yeroo ammaa naannoo Khiva (Uzbekistan) keessatti...

Social Median Qarshii Namaaf Kaffalaa? Maalif Kaffala?

Namootni Hedduun Marsaaleen Hawaasaa Qarshii Namaaf Kaffala Yeroo jedhan Gariin Ammoo soba jechuun yeroo dubbatan ni dhagahama. Isin Miidiyaan Hawaasaa isinif kaffalee beekaa? Social Media Kamtu isiniif kaffale? Bara 1990moota fi 2000moota jalqabaatti interneetiin bal’inaan fayyadamamuu eegale. Yeroo sanitti: Friendster (2002), MySpace (2003), Hi5 (2003) akkasumas Facebook (2004) dhalatan. Yeroo kana Social Media networking qofaan...

Islaamummaan Maali?

Islaam jechuun afaan Arabiffaan of kennuu, ajajamuu, nagaa jechuudha.Amantii Rabbi tokkicha (Allaah) qofa gabbaruu fi Nabiyyii Muhammad (SAW) hordofuudha. Qur’aanni seera ittiin Bulmaataa  Rabbiin ilmaan namaa hundaaf Buuseedha.  Islaam amantii guutuu, jireenya hunda keessatti nama qajeelcha. Hiika Islaamaa Islaam jechuun: ✅ Of guutumaan guutuutti kennuu Rabbii tokkichaaf ✅ Ajajamuu fi ergama Isaa fudhachuu ✅ Nagaa...

Teekinooloojiin har’a Sadarkaa maalii irra jira?

Sadarkaa Teekinooloojiin irra jiruu ٱقۡرَأۡ بِٱسۡمِ رَبِّكَ ٱلَّذِي خَلَقَ Maqaa Gooftaa keetii Isa (waan hunda) uumeetiin dubbisi. خَلَقَ ٱلۡإِنسَٰنَ مِنۡ عَلَقٍ (Isa) nama dhiiga ititaa irraa uume. ٱقۡرَأۡ وَرَبُّكَ ٱلۡأَكۡرَمُ Haala Gooftaan kee hunda irra arjaa ta’een qara’i. ٱلَّذِي عَلَّمَ بِٱلۡقَلَمِ Isa qalamaan (barreessuu) barsiise sani. عَلَّمَ ٱلۡإِنسَٰنَ مَا لَمۡ يَعۡلَمۡ Nama, waan inni hin...

Applikeeshiniiwwan Ergaa Iccitii Jabeenyaan Beekaman

Isin Ergaa Iccitii ta’e waliif erguuf app kam fayyadamtu? Yeroo interneetii fi Bilbiloota Ammayyaawaan guddachaa dhufan, ergaa (messaging) wal jijjiiruun addunyaa guutuu keessatti baay’ee salphate.  Haa ta’u malee, iccitii (security) fi dhuunfa namaa (privacy) eeguuf yaaliin guddaan taasifamee jira. Mee App armaan gadi jiran sadarkaa Iccitii isaanii haa ilaallu isin kana irratti hundaa’uun filachuun Fayyadamaa....

Waa’ee tiktok hangam Beektu?

Nama hunda kan to’ate tiktok maali? TikTok dhaabbata gurguddoo marsariitii fi app viidiyoo gaggabaaboo yeroo ammaa addunyaa irratti beekamtii ol’aanaa argate keessaa tokko dha. Tajaajilli isaa viidiyoo gabaabaa, sirna edit salphaa, fi trend ammayyaa irratti hundaa’ee, uummata miliyoona hedduu hawwachaa jira. TikTok kan maatii dhaabbata ByteDance jedhamuuti. ByteDance dhaabbata teknoolojii Chaayinaa yoo ta’u, bara 2012...

AI jechuun maal jechuudha? Teeknooloojiin AI Waan Akkamiiti?

AI jechuun maal jechuudha? AI jechuun Artificial Intelligence, hiikaan isaa Ogbarruu/Yaada Namoota fakkeessu jechuudha. Akka afaan Oromoo salphaan yoo ibsamu:  Teeknooloojii kompitara ykn meeshalee gara garaa kan ogummaa nama fakkaatu qaban jechuudha. Kana jechuun kompiterri ykn systemiin tokko yaaduu, hubachuu, murteessu, barachuu, rakkoo furuu danda’u. Amala AI maal fa’i? AI’n hojiiwwan hedduu nama fakkaatan raawwata....

Kalaqa Raadiyoo

Kalaqni qunnamtii raadiyoo waggoota kurnan hedduudhaaf bu’uura ti’oorii hundeessuun, qorannoo yaalii dambalii raadiyoo, fi guddina injinariingii fi teeknikaa dabarsuu fi adda baasuu isaanii wajjin walqabatee ture. Guddinni kun Guglielmo Marconi dambalii raadiyoo gara sirna qunnamtii wayaa malee akka jijjiiru isa dandeessiseera. Yaadni sibiilli telegiraafii elektirikii barbaachisu dhabamsiisuu danda’a, telegiraafii wayaa malee uumuu danda’a jedhu, qunnamtiin...

Obboleeyyan Wright kan xiyyaara uuman

وَٱلۡخَيۡلَ وَٱلۡبِغَالَ وَٱلۡحَمِيرَ لِتَرۡكَبُوهَا وَزِينَةٗۚ وَيَخۡلُقُ مَا لَا تَعۡلَمُونَ Farda, gaangewwaniifi harrootas akka yaabbattaniifi miidhaginaaf jecha (isiniif uume), Wantoota isin hin beeknes ni uuma.  Suuraa  An-Nahl 16:- 8 wantoonni ilmi namaa dur hin beekne kan uumaman sun maal faadha ? Obbolaan Raayit, Orville Wright (Hagayya 19, 1871 – Guraandhala 30, 1948) fi Wilbur Wright (Ebla...