Kanaan dura ilmaan namaa biqiltoonnis saalaa dhiiraa fi dubaraa ni qabaatu jedhanii hin beekan turan.
Botaanikaa:- biqiltuun hundi dhiiraa fi dubartii akka qabu ibsa.
koorniyaa. Biqiltoonni saala tokko qaban illee jiru garuu elementoota adda ta’an kan dhiiraa fi dubaraa qabu.
وَأَنزَلَ مِنَ ٱلسَّمَآءِ مَآءٗ فَأَخۡرَجۡنَا بِهِۦٓ أَزۡوَٰجٗا مِّن نَّبَاتٖ شَتَّىٰ…
samii irraa bishaan buuse sani, Isaan (bokkaan) akaakuu biqiltuulee adda addaa irraa taate ni baafne (nimagarsine).
Suuraa 20 Aayata 53
MUDURAAN DHIIRA FI DUBARTII QABA
وَمِن كُلِّ ٱلثَّمَرَٰتِ جَعَلَ فِيهَا زَوۡجَيۡنِ ٱثۡنَيۡنِۖ…
…Fuduraalee hunda irraas gosoota lama lama ishee keessatti godheera…
suuraa 13 lakkofsa 3
Fuduraan bu’aa dhumaa walhormaata kan biqiltoota ol’aanoo ta’an. Sadarkaan firii dursu kan
daraaraa, kan qaama dhiiraa fi dubaraa (stamens) qabu fi ovules jedhaman). Erga pooliin gara…
daraaraa, firii kan godhatan yoo ta’u, kunis dabaree isaatiin bilchaatee fi sanyii isaa bilisa baasa.
Kanaaf firiiwwan hundinuu kan agarsiisan qaamonni dhiiraa fi dubaraa jiraachuu; dhugaa tokko jechuun
Qur’aana keessatti ibsamee jira.
WAAN HUNDI CHIMDIIDHAA UUMAME:
وَمِن كُلِّ شَيۡءٍ خَلَقۡنَا زَوۡجَيۡنِ لَعَلَّكُمۡ تَذَكَّرُونَ
Akka isin gorfamtaniif waan hunda irraa qindiiwwan uumne.
Suuraa 51 Aayata 49
Aayanni kun waan hunda irratti xiyyeeffata. Dabalataanis namoota, bineensota, biqiltootaa fi firii, ta’uus ni danda’a
elektirikii atoomonni of keessaa qaban kan agarsiisudha elektiroonota chaarjii negaatiivii – fi pozaatiivii – qabaniifi
pirootonoota jedhaman. Kanneen biroo hedduus!