أَلَمۡ يَرَوۡاْ إِلَى ٱلطَّيۡرِ مُسَخَّرَٰتٖ فِي جَوِّ ٱلسَّمَآءِ مَا يُمۡسِكُهُنَّ إِلَّا ٱللَّهُۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَأٓيَٰتٖ لِّقَوۡمٖ يُؤۡمِنُونَ
Sila gara allaattii hin ilaallee? hawaa samii keessa (kufuu irraa) Rabbiin malee wanti biraa kan ishee hin qabne taatee (bararuuf) laaffifamtuu taatee. Dhugumatti, kana keessa namoota amananiif mallattooleetu jira.
Suuratu Nahl Aayata 79
Keeyyatni biraas waa’ee simbirroota ni tuqa:
أَوَلَمۡ يَرَوۡاْ إِلَى ٱلطَّيۡرِ فَوۡقَهُمۡ صَٰٓفَّٰتٖ وَيَقۡبِضۡنَۚ مَا يُمۡسِكُهُنَّ إِلَّا ٱلرَّحۡمَٰنُۚ إِنَّهُۥ بِكُلِّ شَيۡءِۭ بَصِيرٌ
Sila gara simbirroota gubbaa isaaniitti koola (qoochoo) isaanii babal’isanii walitti dachaasanii hin ilaalanuu? Rahmaaniin malee homtuu isaan hin qabu. Inni waan hunda argaadha.
Suuraa 67 Aayata 19
Prof. Hamburger kitaaba isaanii ‘Power and Fragility’ jedhu keessatti.
fakkeenya ‘mutton-bird’ kan jiraattu Paasifik imala isaa km 24,000 ol ta’een., boca fakkii ‘8’. Imala kana ji’a 6 keessatti godhee gara ka’umsa isaatti deebi’a qabxii harkifannaa guddaa torban tokkoo qabu.

Kan ol’aanaa qajeelfamni walxaxaa imala akkasiitiif ta’u qaba
seelii narvii simbirrootaa keessatti qabamuu qaba. Isaan … dha
sagantaa qabaachuun isaa hin oolu. Kanaaf at
yoo xiqqaate eenyummaa ‘Sagantaa’ kanaa irratti xiinxaluu?
seelii narvii simbirrootaa keessatti qabamuu qaba. Isaan … dha
sagantaa qabaachuun isaa hin oolu. Kanaaf at
yoo xiqqaate eenyummaa ‘Sagantaa’ kanaa irratti xiinxaluu?