nama tokkoof Nikaaha bilbilaan hidhuun ni taha. Garuu ulaagaan nikaahaa guuttamuu qaba. Fakkeennaaf waan akka Mahrii, Waliyyii intalaa, namoota ragaa tahaniifi wantoota ulaagaa nikaahaa tahan hunda guutuun dirqama. Gama birootiin wal daguufi wal sobuu irraa fagaachuun barbaachisaadha. Yeroo garii suuraa nama biroo intalaafi maatitti mul’isanii intala ammoo nama birootiif nikaaha godhaa wal daguun ni jirti. Kun ammoo shari’aa Islaamaa keessatti dhoorkaadha.

Sheikh Abdussalaam Xaahir

Comment (1)

  • PARS

    July 21, 2025

    Alhamadulilaah

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*