Namni tokkotu mallaqa na bira kaayatee dhabamee, maallaqa san akkam godhuu qaba?
Deebii: Olomaa’ii biyya keennaa Nama tokko yoo Rabbiif jecha wal jaalattan ykn kan amantii biroo keessa jirullee haa ta’uu, yoo amaanaa wal bira kaayattan odeeyfannoo guutuu irraa barreefadhaa. Akkasuma yoo wal biraa deemtan eessa akka kaayuufii qabdanii fi eenyutti kennuufii qabdan irraa beekuun dirqama keessan. Haala waan kana hundaa irraa hin beekiniin yoo addaan baatanii...













