logo gs

Category: Eennutu Dogongore

Dhuguma Yesuus Ilma Waaqaatii?

Kaasahun;-Yesus ilma waaqaati! Malee ilma namaatii miti, Wangeela Yohaannis boqonna 3 lakkofsa 16 Waaqni              biyya lafaa kana akkaan waan jaalateef Ilma isaa tokkicha kenne jedha kanaafu Yesus Ilmawaaqaa ti! Arab;- Isin kiristaana duras ummanni biraa, kan waaqni ilma qaba jedhan ni jiru. Qur’an suuraa Tawubaa boqonna         ...

Dhugumaan Yesuus dilii(cubbuu) hin dalaginii?

Alamaayyahu;-kitaaba Qulqullus tahee Qur’an keessattis bakki takka ta Yesuus dilii(cubbuu) dalage jettu hin jirtu! Arab;- MashaaAllah! Qur’aanas Qaraatee (dubbistee) jirtaa? Alamaayyahu;-hin Qaraane (hin dubbisne) yeroo Mahbara Quddusaanonni barsiisan suuraa(boqonnaa) tokko tokko jalaa Qabadhe (barreeffadhe). Arab;-Buruk isin hoo? Buruk faan;- eeyyee nutis akkamu isaati! Arab;- wangeela Luqaas boqonna 19;lakkofsa 27 dubbisi Alamaayyahu;- (Yesuus) diinota kiyya warroota akka anin isaan...

Dhuguma Jaartii Qabaa?

Arab;- Iissaan (a.s) Fuudhus fuudhuu baatus nuti Muslimoota nun dinqisiisu Sabaabanis <<Suuraa Al Rakgdii boqonna 13 lakko 38 <> Fuudhuufi ilmas argachuun, sunnaa(karaa) Anbiyoota Rabbiiti, san jechuun kiyya ammoo Iissan (a.s) fuudhe jechuu kiyyaa miti,Garuu fuudhus nun dinqisiisu jechaan jira. Alamayyahu;-Iyyasuus dilii(cubbuu) irraa qulqulluudha, akkamitti jaartii fuudha ? Wanni inni dhufeef karaa waaqaa nu barsiisuuf malee...

Gooftaa kan jedhaman hedduudha.

Wal marii Muslimoota fi kiristaanootaa guyyaan gaye, ganama keessa sa’a 3:00 yeroo gahu baay’inni namoota walitti qabamanii haalaan nama gammachiisa Arab:- Jalqabni dubbi maqaa Rabbii Rahgmata qabuuti. Qur’aan suuraa Aali’Imran boq. 3 lakk.85 <<Namni Diinaa Islaamaa dhiisee diinaa biraa barbaadu, namni erga Nabi Muhammad (a.s.w) ergame diinaa           Islaamaa dhiisee diinaa bira...