logo gs

Category: Amantaa lamaan

Bible Keessatti Waaqayyoon inni Dhugaa Isa kami?

Assalaamu alahikum warahmatullaahi wabarakaatuh Kiristaanonni “Waaqni keessan meeqa” jedhamee gaaffii yoo isaan gaafatame, afaan isaaniitiin “Waaqni keenya tokko” jedhanii deebisu. Garuu “waaqni tokkichi sun eenyu”? Yoo jennee gaafanne waaqa sana himuuf hedduu rakkatu. Sababni isaas faallaa macaafa isaanii deemanii sillaasee yookiin sadan waaqa tokko kan jedhu waan uummataniif jecha waaqa ofii ibsuuf hedduu dhama’u. Macaafa...

Yesuus Rabbiin Akka Gabbaru Bible irraa ragaawwan muraasa

Yesuus Gabricha Rabbii ta’uunsaa ifaan ifatti macaafa kessatti dubbatameera. Yesuus halkanii fi guyyaa keessattis kadhannaa gooftaa isaatiin akka dhaabbachaa ture macaafni ni dubbata. Haa ta’u malee; hubannoon kiristaanota hedduu faallaa kanaati.  Inni gabricha Gooftaa tokkichaati. Yesuus yoo Gooftaa kan ta’u taate, Gooftaan inni waaqqeffataa ture sun eenyuudhaa? [ 6:12] “Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti ol...

Macaafni Qulqulluun Guutuun isaa jecha Rabbii ta’uu danda’aa?

Macaafni qulqulluun jecha Rabbii ta’uu ni danda’aa? Macaafni qulqulluun jecha Rabbii ta’uu ni danda’aa jennee yemmuu qorannutti, dubbii Rabbii ta’uun isaatuu haa hafuu eenyummaan barreessitoota isaatuu akka hin beekkamne dubbannee dabarsinee jirra. Ammas kitaabni kun akka maqaa isaa qulqulluu osoo hin taane, kitaaba haqamaa fi laaqama hedduudhaaf saaxilameedha. Baruma baraan isa orjinaalummaa gadi dhiise kanaa...

Garaagarummaa Waaqayyoo fi Yesuus

Kiristaanonni Yesuus kiristoos “Uumaadha” Yookiin “Inni Waaqayyoo dha” jedhanii Amanu. Haa ta’u Malee Macaafni isaanii isaan hin deeggaru. Inumaa Yaada isaanii kana ni faallessa. Mee kitaabuma isaanii Keessaa qabxiilee muraasa haa laallu. 1, Waaqayyoon yookiin uumaan waa Hundaa nama miti akka namaas miti “Ani dheekkamsa koo isa boba’aa gad hin dhiisu, deebi’ee Efreemin hin balleessu;...