logo gs

Category: Aqiidaa

Haati tiyya anaa diqqaa manarraa na ariite, eegasii biyyaa bahee islaama tahe, haadha tiyya tiyya san laaluu ni danda’aa?

Haati tee kaafirallee taatu, warri keessan kaafirallee ta’u keessaahuu haadhaaf Abbaa keessan manxanfatuu qabdan. Waan dandeettaniin ka diinaa keessan madeessuu hin dandeenneen isaaniif tola ooluu ni dandeessu. Daliilli Asmaa bintu Abubakar obboleettii Ayishaadhaa Rasuula Rabbiititti dhuftee, madiinaadhatti. Waan jetteen, haadha tiyya kaafir*a magaalaa makkaa irraa kaatee natti duftee, akka ani isiidhaaf tola barbaadu barbaaddii maal...

gama Islaamummaa dhufuuf Masjiida Dhaquun Dirqamaa?

mucaan takko akki jedhu ‘namni dhiiraa tokko irra deddeebiidhaan shahaadaa qabachuu barbaadaa masjiida na geessi’ naan jedha. Wayta an masjiida geessu ammoo ‘namni kun nama farshoo dhuguu waan taheef, nama hamaadha’ jedhanii ofirraa na deebisu. Yeroo biraatis namni kun natti deebi’ee, ‘Yoo Masjiida sanitti didan bakka birallee haa tahuu, na geessi islaamummaa qabachuu barbaada’ naan...

Qabrii bareechisuu.

Qabrii bareechisuu fi kunuunsuun hin barbaachisu.   Fakkeenyaaf waan akka Abaaboo keessa dhaabuu, mukkeenii fi wantoota garagaraatis keessatti dhaabuun  barbaachisu. Shiekh Muhammad ibn Ibraahim ibn Aal ash-shiekh akkana jedhan, “qabrii bareechisuu fi keessatti biqiltoota dhaabuun, waan islaamummaan ajajjee miti. Wanti akkanaatis hin hayyamamu. Kun warra nasaaraa akkeessuutu keessa jira. Warri kiristaanaa qabrii isaanii bakka bashannanaa...

Utubaa Ihsaana

Ihsaan sadarkaa olaanaa amantii Islaamaati. Hiikni isaa kan Nabi keenya jaallatamaan Muhammad (SAW) ibse: “Rabbiin akka waan ijaan isa argitutti gabbaruu keeti, yoo isa hin arginellee inni immoo na arga jettee isa sodaatuufii gabbaruu keeti”.   Yaad-rimeen Arkaana Ihsaana Islaamummaa keessattis Muslimni rokko nama itti gaafatamummaa qabuudha,  waan dalagu tokko haala gaariin fuula Rabbiitiif qofa...

utubawwan 6n Iimaanaa

“Arkaan al-Imaan” jechi Arabiffa yoo ta’u, Afaan oromootiin “Utubaawwan Amantii” jedhamee hiikama. Islaamummaa keessatti amantaa ykn qajeeltoowwan barbaachisoo Muslimni hundi itti cichuu qabu agarsiisa.   Utubaaleen kunneen bu’uura amantaa Islaamaa ta’anii kan fudhataman yoo ta’u, Qur’aanaa fi Hadiisa (jechootaa fi gocha Nabi Muhammad) keessatti kan ibsamanidha.   Utubaaleen amantii Islaamaa Jahan: Rabbitti (Tawhid) amanuu: Kunis...

Utubaawwan 5n Islaamaa

1.Shahaada (Amantii) . Allah malee waaqni dhugaan gabbaramu akka hin jiree amanuufii Nabi Muhammad ergamaa Isaa (s.a.w) tahuu ragaa bahuu 2. Salaah (Salaata) . Salaanni nama Muslima hunda irratt bara jireenya isaa/isii  guutuu guyyaatti si’a shan akka salaatamu beekanii salaatuu . 3. Zakaa (Sadaqaa) . Gocha qabeenya Muslimaa keessaa 2.5 waggaa waggaan namoota  rakkataniif kennuu....