islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 4ffaa

16. Umar bin Abdul Aziiz (r) eenyu ture? 2 deebii. A. Saahiba Nabiyyii (صلى الله عليه وسلم) . B. Khaliifaa impaayera Islaamaa C. Ilma ilma Umar ibn al-Khattab D. Ilma ilma guddaa Umar ibnu al-Khattab 17.  Jannah keessatti Tubaan maali? A. Firii tokko B. Muka  tokko C. Laga tokko D. Balbala tokko 18) Maqaan Al-Ghani...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 3ffaa

11. Maqaan Rabbii Al-Mu’izz jedhu maal jechuudha? A. Kan ulfina salphisu B. Kan murteessu C. Kan kabaja kennu D. Kan hunda isaa argu   12. Du’aa’ii eenyuu Rabbiin hin fudhanne? deebiin 2  isaan lamaan sun kamiif kam ?. A. Nama yeroo hedduu Rabbiin kadhatu. B. Nama du’e giddu-galeessa godhatee Rabbiin gaafatu. C. Nama imimmaaniin Rabbiin...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 2ffaa

6) Az-Zaqqum maali? A.Nyaata ummata ibidda jahannam B.dhugaatii Ummata ibidda jahannam C. Mana ummata ibidda jahannam D. Uffata ummata ibidda jahannam 7) Sidrat al-Muntahaan jechuun maali? A. Nyaata namoota jannataa B. Muka ejersaa daangaa isa fagoo C. Muka loozii daangaa isa fagoo D. Ummata jannataaf dhugaa 8) Hariiroon Nabi Muusaa (alayhi as-salaam) & Nabi Haroon...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 1ffaa

1) Nabi Muhammad (صلى الله عليه وسلم) muka damee 300+ dhaabuun gabra ta’uu irraa Sahaabaan bilisa ta’uuf  gargaaran maqaan isaa eennu? A. Bilaal ibnu Rabah (ra) . B. Thawban ibnu Bujdud (ra) . C. Zayd ibnu Harisaa (ra) . D. Salmaan al Fariisii (ra) . 2. Halkan hirribaaf osoo hin ciisin dura Ayaatul Kursii qara’uun...

Qur’aana Rabbii gubuun ni hayyamamaa?

Gaafii: Ganda an itti dalagutti, kitaaba zikriitiifii Qur’aana walitti qabanii guban. Maaliif gubdan jennaan, akkanaatu irra caala naan je’an.  Qur’aanas haa ta’uu kitaabban faayidaa qabu ka jechi Nabii keenyaa keessa jiru, kanneen akkanaa gubuufi awwaaluu kamtu irra caala? Deebii Yaa gabricha/gabrittii Rabbii, kabajaan Qur’aanaa waan ciccirame walitti qabanii gubanii, hoggaa guban daaraa san bakka xahaaratti...

Muslimoonni Maalif Ka’baa Xawaafan?

Gaafii: Mee akkamitti kaabaa xawaafna, yeroo ka’abaa xawaafnuufii yeroo dhungannullee, yoo ummanni  amantaa biroo tokko gaafii nutti dhiheesse, akkamitti kaabaa xawwaaftan ? maalif dhagatti naannoftan ? maaliif dhagaa dhungattan? Isinillee Rabbii gaditti waan biraa gabbarutti jirtan yoo nuun jedhan maal jennee deebisnaaf? Deebii Rabbiin keenna (Subhaana Wata’aalaa) wanni inni buusee Shari’aa godhee karaa nuuf godhe,...

Nabi Muhammad (SAW) dura ummanni turan shahaadaa haala kamiin jedhan?

gaafii:- anin amantaan koo kiristaana, gaafiin kiyya, namni tokko yeroo gara islaamummaa dhufu jalqaba, shahaadaa qabatuu qaba, shahaadaan Ammoo Allah malee kan dhugaan gabbaramu hin jiru jechuu fi Nabi Muhammad ergamaa tahuu isaa ragaa bahuudha, mee yoo islaamummaan nabi Muhammad dura jiraatte, isaanuu hin dhalannee, akkamitti islaamummaan isaan dura jira jechuu dandeenna ? Deebii:- Ambiyoota,...

Islaamummaan Maali?

Islaam jechuun afaan Arabiffaan of kennuu, ajajamuu, nagaa jechuudha.Amantii Rabbi tokkicha (Allaah) qofa gabbaruu fi Nabiyyii Muhammad (SAW) hordofuudha. Qur’aanni seera ittiin Bulmaataa  Rabbiin ilmaan namaa hundaaf Buuseedha.  Islaam amantii guutuu, jireenya hunda keessatti nama qajeelcha. Hiika Islaamaa Islaam jechuun: ✅ Of guutumaan guutuutti kennuu Rabbii tokkichaaf ✅ Ajajamuu fi ergama Isaa fudhachuu ✅ Nagaa...

Maqaa Rabbii

# Maqaa Jecha Hiikkaa 1 ٱلرَّحْمَٰنُ Ar-Raḥmān Irra caalaa ykn Guutummaatti Rahmata godhaa 2 ٱلرَّحِيمُ Ar-Raḥīm Keessumaa Muslimootaaf Rahmata godhaa 3 ٱلْمَلِكُ Al-Malik Mootii fi Abbaa Qabeenyaa 4 ٱلْقُدُّوسُ Al-Quddus Kan Guutummaatti Qulqulluu 5 ٱلسَّلَامُ As-Salām Mudaa kan hin qabnee fi Nagaa kan kennu 6 ٱلْمُؤْمِنُ Al-Mu’min Kan Iimaana fii Nageenya kennu 7 ٱلْمُهَيْمِنُ Al-Muhaymin...

Haati tiyya anaa diqqaa manarraa na ariite, eegasii biyyaa bahee islaama tahe, haadha tiyya tiyya san laaluu ni danda’aa?

Haati tee kaafirallee taatu, warri keessan kaafirallee ta’u keessaahuu haadhaaf Abbaa keessan manxanfatuu qabdan. Waan dandeettaniin ka diinaa keessan madeessuu hin dandeenneen isaaniif tola ooluu ni dandeessu. Daliilli Asmaa bintu Abubakar obboleettii Ayishaadhaa Rasuula Rabbiititti dhuftee, madiinaadhatti. Waan jetteen, haadha tiyya kaafir*a magaalaa makkaa irraa kaatee natti duftee, akka ani isiidhaaf tola barbaadu barbaaddii maal...