Du’aa’ii yeroo tashahhuda

التَّحِيَّاتُ لِلّهِ، وَالصَّلَوَاتُ، وَالطَّيِّبَاتُ، السَّلاَمُ عَلَيْكَ أَيُّهَا النَّبِيُّ وَرَحْمَةُ اللّهِ وَبَرَكَاتُهُ، السَّلاَمُ عَلَيْنَا وَعَلَى عِبَادِ للّهِ الصَّالِحِينَ. أَشْهَدُ أَنْ لَا إِلَهَ إِلَاّ اللّهُ، وَأَشْهَدُ أَنَّ مُحَمَّداً عَبْدُهُ وَرَسُولُهُ Attahiyyaatu lillaahi wassalawaatu , waxxayyibaatu , assalaamu ‘alayka ‘ayyuhan-Nabiyyu wa rahmatullaahi wa barakaatuhu, assalaamu ‘alaynaa wa ‘alaa ‘ibaadillaahis-saalihiina. ‘Ash-hadu ‘an laa ‘ilaaha ‘illallaahu wa ‘ash-hadu ‘anna Muhammadan...

Du’aa’ii Yeroo Masjiida keessaa baanuu

بِسْمِ اللّهِ وَالصَّلاَةُ وَالسَّلاَمُ عَلَى رَسُولِ اللّهِ، اَللَّهُـمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ مِنْ فَضْـلِكَ، اَللَّهُـمَّ اعْصِمْنِـي مِنَ الشَّيْـطَانِ الرَّجِـيمِ Bismillaahi wassalaatu wassalaamu ‘alaa Rasoolillaahi, Allaahumma ‘innee ‘as’aluka min fadhlika, Allaahumma’simnee minash-Shaytaanir-rajeem. Maqaa Rabbiitiin, nagayaa fi rahmanni Ergamaa Rabbii irratti haa jiraatu. Yaa Rabbi tola kee nan kadhadha yaa Rabbi sheyxaana ari’ame irraa na eegi.  [Abu Dawud 1/126,...

Du’aa’ii Yeroo Masjiida seenanii

أَعوذُ بِاللّهِ العَظِيـمِ، وَبِوَجْهِـهِ الكَرِيـمِ وَسُلْطـَانِه القَدِيـمِ، مِنَ الشَّيْـطَانِ الرَّجِـيمِ، بِسْـمِ اللّهِ وَالصَّلَاةُ وَالسَّلامُ عَلَى رَسُولِ اللّهِ، اَللَّهُـمَّ افْتَـحْ لِي أَبْوَابَ رَحْمَتـِكَ ‘A’oothu billaahil-‘Adheem, wa bi-Wajhihil-Kareem, wa Sultaanihil-qadeem, minash-Shaytaanir-rajeem. Bismillaahi, wassalaatu. Wassalaamu ‘alaaRasoolillaahi. Allaahum-maftah lee ‘abwaaba rahmatika. Rabbii olta’aa, Fuula Isaa Kabajamootiin, humna Isaa isa jalqabaatiin, sheyxaana isa ari’ame irraa maganfadha. Maqaa Rabbiitiin, rahmanni fi...

Du’aa’ii Yeroo gara masjiidaa deemnu

اللَّهُـمَّ اجْعَـلْ فِي قَلْبِـي نُوراً، وَفِي لِسَـانِي نُوراً، وَفِي سَمْعِي نُوراً، وَفِي بَصَرِيِ نُورًا، وَمِنْ فََوْقِي نُوراً، وَ مِنْ تَحْتِي نُوراً، وَ عَنْ يَمِينِي نُوراَ، وعَنْ شِمَالِي نُوراً، وَمِنْ أَماَمِي نُوراً،,وَمِنْ خَلْفِي نُوراً، وَاجْعَلْ فِي نَفْسِي نُوراً، وأََعْظِمْ لِي نُوراً، وَعَظِِّمْ لِي نُوراً، وَاجْعَلْ لِي نُوراً، واجْعَلْنِي نُوراً، ألَلَّهُمَّ أَعْطِنِي نُوراً، وَاجْعَلْ فِي عَصَبِي نُوراً،...

Du’aa’ii yeroo mana ol seennuu

بِسْـمِ اللّهِ وَلَجْنـَا، وَبِسْـمِ اللّهِ خَـرَجْنـَا، وَعَلَـى رَبِّنـَا تَوَكّلْـنَا Bismillaahi walajnaa, wa bismillaahi kharajnaa, wa ‘alaaRabblnaa tawakkalnaa Maqaa Rabbiitiin seenne, Maqaa Rabbiitiin baana, Gooftaa keenya irrattis hirkanna .(Namni tokko yeroo mana seenu fi yeroo nyaata jalqabu Maqaa Rabbii kaasuu qaba; akkasumas sheyxaannis, kana dhaga’ee akkana jedha: “halkan kana asitti gaaddisni fii  nyaannis nuuf hin jiru”.)...

Du’aa’ii Yeroo manaa baanuu

بِسْمِ اللَّهِ تَوَكَّلْـتُ عَلَى اللَّهِ، وَلاَ حَوْلَ وَلاَ قُـوَّةَ إِلاَّ بِاللَّهِ Bismillaahi, tawakkaltu ‘alallaahi, wa laa hawla wa laa quwwata ‘ illaa billaah. Maqaa Rabbiitiin imaanaa koo Rabbitti nan kennaa. (isarratti nan irkadha),  humnii fii dandeettiin kan Rabbii malee hin jiru. [Abu Dawud 4/325, At-Tirmizi 5/490, Al-Albani, Sahih At-Tirmizi 3/151]

du’aa’ii Wuduu’a erga xumuranii boodaa

أَشْهَدُ أَنْ لَا إِلَـهَ إِلاَّ اللّهُ وَحْدَهُ لَا شَريـكَ لَـهُ وَأَشْهَدُ أَنَّ مُحَمَّـداً عَبْـدُهُ وَرَسُـولُـهُ ‘Ash-hadu ‘an laa ‘ilaaha ‘illallaahu wahdahu laa shareeka lahu wa ‘ash-hadu ‘anna Muhammadan ‘abduhu wa Rasooluhu. Rabbii tokkicha, Kan hiriyaa hin qabne, kan isa malee kan biraa mirga gabbaramuu hin qabne tahuu ragaa nan baha; akkasumas Muhaammad gabrichaa Isaa fii...

Du’aa’iiYeroo wuduu’a jalqabnu

بِسْمِ اللّهِ Bismillaahi maqaa Allaahaa tiin [Abu Dawud, Ibn Majah, Ahmad, ‘Irwa’ul-Ghain 1/122.]

Du’aa’ii Erga mana fincaanii keessaa bane boodaa

غُفْرَانَكَ Ghufraanaka Dhiifama kee nan barbaada. [Abu Dawud, Ibn Majah, At-Tirmizi, An-Nasa’i, Al-Qayyim’s Zadul-Ma’ad, 2/387.]  

Du’aa’ii Mana fincaanii seenuu dura

بِسْمِ اللَّهِ. اللَّهُـمَّ إِنِّي أَعُـوذُ بِـكَ مِـنَ الْخُـبْثِ وَالْخَبَائِثِ Bismillaahi. Allaahumma ‘innee ‘a’oothu bika minal-khubthi walkhabaa’ith. Maqaa Rabbiitiin. Yaa Rabbii hafuura xuraa’aa dhiiraa fi dubartii irraa eegumsa kee barbaada. [Al-Bukhari 1/45, Muslim 1/283, Fathul-Bari 1/244]