Du’aa’ii Yeroo uffata uffattuu

الْحَمْدُ لِلّهِ الَّذِي كَسَانِي هَذَا (الثَّوْبَ) وَرَزَقَنِيهِ مِنْ غَـيـْرِ حَوْلٍ مِنِّي وَلَا قُـوَّةٍ Alhamdu lillaahil-lathee kasaanee haathaa (aththawba) wa razaqaneehi min ghayri hawlim-minnee wa laa quwwatin. osoo humnaa fii dandeettii hin qabne, Rabbii uffata kana na uffiseef galanni haa gayu.    [Al-Bukhari, Muslim, Abu Dawud, Ibn Majah, At-Tirmizi, ‘Irwa’ul-Ghalil 7/47.]  

Du’aa’ii Yeroo hirriibaa dammaqxu

اَلْحَمْدُ لِلَّهِ الَّذي أَحْيَانَا بَعْدَ مَا أَمَاتَنَا وَإِلَيْهِ النُّشُورُ Alhamdu lillaahil-lathee ‘ahyaanaa ba’da maa ‘amaatanaa wa’ilayhin-nushoor. Galanni kan Rabbii erga nu ajjeese booda, jireenya nuuf kennee, erganaa gara isaa deebina.

Nama Ifxaara siif dhiyeessuuf

أَفْطَرَ عِنْدَكُمُ الصَّائِمُونَ وَأَكَلَ طَعَامَكُمُ الأَبْرَارُ وَصَلَّتْ عَلَيْكُمُ الْمَلاَئِكَةُ Aftara ‘indakumus-saimun, wa akala ta’amakumul-abrar, wa sallat ‘alaikumul- mala’ikah Soomantoonni si waliin sooma isaanii haa furan, warri Rabbi  sodaatan nyaata kee haa nyaatu, Malaaykonni eebbaDu’aa’ii siif haa kadhattu Ibnu Maajah: lakk. 1747

Du’aa’ii Sooma furuuf

ذَهَبَ الظَّمَأُ وَابْتَلَّتِ الْعُرُوقُ وَثَبَتَ الأَجْرُ إِنْ شَاءَ اللَّهُ Dhahaba al-zama’ wa abtalat al-‘urooq wa thabata al-ajr in sha Allaah Dheebuun badde, ujummoon dhiigaa jiidhe, mindaan mirkanaa’aadha yoo Allaah fedhe.

Duaaii Ji’a Ramadaanaa Arguuf

اللَّهُمَّ أَهْلِلْهُ عَلَيْنَا بِالْيُمْنِ وَالإِيمَانِ وَالسَّلاَمَةِ وَالإِسْلاَمِ رَبِّي وَرَبُّكَ اللَّهُ Allahumma ahlilhu `alainā bil-yumni wal-iman, was-salamati wal-Islam, rabbi wa rabbuk Allah Yaa Rabbi qananii, iimaana, nageenya, fi islaamummaa waliin haa dhufu. Gooftaan kiyya fi Gooftaan kee Rabbiidha. Tirmizi: 3451

Du’aa’ii nyaata boodaa

الْحَمْدُ لِلَّهِ الَّذِى اطْعَمَنَا وَسَقَانَا ، وَجَعَلنَا مُسْلِمِينَ Alhamdulilahil ladhi at’amana, wasaqana, waj’alna min-al Muslimeen Galanni Rabbii isa nu nyaachisee nu obaasee, Muslima nu godheef  haa ta’u.

Rabbanaa Qur’aan keessaa

رَبَّنَا وَٱجۡعَلۡنَا مُسۡلِمَيۡنِ لَكَ وَمِن ذُرِّيَّتِنَآ أُمَّةٗ مُّسۡلِمَةٗ لَّكَ وَأَرِنَا مَنَاسِكَنَا وَتُبۡ عَلَيۡنَآۖ إِنَّكَ أَنتَ ٱلتَّوَّابُ ٱلرَّحِيمُ “Gooftaa keenya! Nu lamaanuu siif ajajamoo nu taasisi; sanyii keenya irraas ummata Siif ajajamtoota (taasisi), Manaasika’ keenyas (sirnoota hajjiifi umraah) nutti agarsiisi, Tawbaa keenyas nurraa qeebali, Dhugumatti, Ati Situ akkaan tawbaa qeebalaa, akkaan rahmata godhaadha. رَبَّنَا وَٱبۡعَثۡ فِيهِمۡ...