islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 12ffaa

56. Ramadaana keessa, lola kamtu raawwatame? A. Lola Badr B. Lola Khandaq C. Lola Uhud D. Lola Hunayn 57.  Nabiyyiin (as) kamtu dhukkuba cimaan qorame? A. Nabi Yuusuf (as) . B. Nabi Ayyuub (as) C. Nabi Idriis (as) . D. Nabi Muusaa (as) . 58.  Nabi Muhammad صلى الله عليه وسلم gama kamiin akka hin...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 11ffaa

51. Qur’aana keessatti Nabiyyoota meeqa maqaan isaanii dhawame? A. 25 B. 31 C. 110 D. 114 52. Qur’aana keessatti maqaan Madiinaa maali? A. Bakkaa B. Quds C. Marwaa D. Yathrib (Yasrib) 53. Akka Rasuulli صلى الله عليه وسلم jedhanitti amanamummaan maalitti nama geessa? (deebii 2)? A.Umuriin nama dheeressutti n B. Qajeelummatti C. Jannatatti D. jaartii...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 10ffaa

46. Saahaabaan maqaan isaa Qur’aana keessatti dhawame eenyu? A. Abuu Bakr akka Siddiq (ra) . B. Zayid  (ra) C. Umar ibnu al Khattaab (ra) . D. Khaalid ibnu Waleed (ra) . 47.  Gocha kamtu Wuduu’a hin cabsine? A. Kolfuu B. qaama saalaa harkaan qabatuu C. fincaanuu. D. Foon gaalaa nyaachuu 48.Eenyutu Hadiisa irra baay’inaan odeesse?...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 9ffaa

41.   Tartiiba sirrii Nabi Muhammad صلى الله عليه وسلم haadha manaa 4 kana fuudhan isa kami? A. Aa’ishaa, Khadijaa, Zaynab & Hafsa B. Khadija, Aa’isha, Hafsaa & Zaynab C. Khadijaa, Hafsaa, A’isha & Zaynab D. Aa’isha, Hafsa, Khadija & Zaynab 42. Kanneen armaan gadii keessaa , qaama Towhiida Ar-Rububiyyaa hin taane kami? A. Waan hunda...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 8ffaa

36. Nabiyyiin (a.s) Qur’aana keessatti maqaan baay’inaan dubbatame isa kami? A. Nabi Muhammad صلى الله عليه وسلم B. Nabi Isaa (as) . C. Nabi Muusaa (as) D. Nabi Aadam (as) . 37.  Hiikni afaanii Taraweeh maali? A. Boqochuuf ✔️ B. Kadhachuuf C. Hirribaa turuuf D. Rafuudhaaf 38.  Hayyoonni shirkii gosa meeqatti qoodanii jiru? A. 2...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 7ffaa

31) Maqaan biraa Qur’aanaaf moggaafame maali? A. Ar-Rahmaan B.Al-Baqarah C. Al-Furqaan D. Al-Sahiih 32.  Khaliifaa kamtu Al-Aqsaa Yerusaalemiin too’ate? A. Abuu Bakr (r.a) . B. Umar ibnu al-Khattab (r.a) . C. Usmaan ibnu Affaan (r.a) . D. Alii ibnu Abii Xaalib (r.a) . 33) Mariin hoogganaa muslimaa fii hordoftoota jiddutti godhamu maal jedhama? A. Ijma...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 6ffaa

26. Du’aa’iin    وَقُل رَّبِّ ٱرۡحَمۡهُمَا كَمَا رَبَّيَانِي صَغِيرٗا       kun eenyuuf ? A. Ijoollee B. Haadhaaf Abbaa ufiitiif C. Ummaa Muslimaatiif D. nama Du’eef 27. Hulaan Jaannataa meeqa ? A. 5. B. 6. C. 7. D. 8 28. Hulaan Jahannam (Azaabaa) meeqa ? A. 10. B. 6. C. 7. D. 8 29.  Qur’aana...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 5ffaa

21.  Malaayikaan  Guyyaa Qiyaamaa agarsiisuuf xurumbaa afuufu isa kami? A. Jibriil (a.s) . B. Mikaa’il (a.s) . C. Malakul Mawut (a.s) . D. Israafiil (a.s) 22.  Adeerri Nabi Muhammad (s.a.w) Islaamummaa hin fudhatin isa kami? A. Abdul Muxxalib B. Hamzaa C. Abuu Lahaab D. Al-Abbaas 23. Sujood keessatti maal gochutu siif hin hayyamamne ? A....

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 4ffaa

16. Umar bin Abdul Aziiz (r) eenyu ture? 2 deebii. A. Saahiba Nabiyyii (صلى الله عليه وسلم) . B. Khaliifaa impaayera Islaamaa C. Ilma ilma Umar ibn al-Khattab D. Ilma ilma guddaa Umar ibnu al-Khattab 17.  Jannah keessatti Tubaan maali? A. Firii tokko B. Muka  tokko C. Laga tokko D. Balbala tokko 18) Maqaan Al-Ghani...

islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 3ffaa

11. Maqaan Rabbii Al-Mu’izz jedhu maal jechuudha? A. Kan ulfina salphisu B. Kan murteessu C. Kan kabaja kennu D. Kan hunda isaa argu   12. Du’aa’ii eenyuu Rabbiin hin fudhanne? deebiin 2  isaan lamaan sun kamiif kam ?. A. Nama yeroo hedduu Rabbiin kadhatu. B. Nama du’e giddu-galeessa godhatee Rabbiin gaafatu. C. Nama imimmaaniin Rabbiin...