6.Intalli an jaaladhee fuudhe, Durbummaa hin qabdu.
Gaaffii: Intala takka jaaladhee walii gallee fuudhe. Fuudhatti seenuun dura intala durbaatiin barbaada jedhee itti hime. Isiinis durbummaa narraa hin dhabdu naan jennaan anis fuudhatti seene. Halkan fuudhe san Durbummaa irraa dhabe akkam godhuu qaba? Deebisaa: Yaa gabricha Rabbii; Intalti durbaa takka hogguu fuudhuu feetu isii laallachuun dirqama keeti. Kana jechuun waliin ciisuu osoo hin ta’in isii...