logo gs

Category: Nabi Muhammad

SEEXANA MOO DHUFE MOO MALAA’IKAADHA? kutaa 3ffaa

KUTAA 3ffaa. Ammas gaafii isaan kaasantu jira, innis akkamitti malaa’ikaan bifa namaatiin dhufuu danda’a? kan jedhuudha. Deebiin kanaas macaafuma isaanii keessas jira, garuu isaan macaafa dubbisuu osoo hin taane qabatanii shubbisutti amanu. daani’el 9:21. ”dubbii kanaan kadhachaa utuun jiruu, gabri’el inni nama fakkaate ani duraan mul’atatti nan arge, yeroo aarsaa galgalaatti dadhabee utuun jiruu balali’ee...

SEEXANA MOO DHUFE MOO MALAA’IKAADHA? kutaa 2ffaa

 Kutaa 2ffaa KUTAA 2FFAA. Jibriil  gaafa dura nabiyyii keenyatti dhufu qabeenii isaan barsiisee deeme, yeroo lammaffaatti gaafa itti dhufu garuu bifa isaatiin itti mul’atee ture, isa kanaaf ammo ragaan. HADIISA BUKHAARII LAKK. 4. أَنَّ جَابِرَ بْنَ عَبْدِ اللَّهِ الأَنْصَارِيَّ، قَالَ: وَهُوَ يُحَدِّثُ عَنْ فَتْرَةِ الوَحْيِ فَقَالَ فِي حَدِيثِهِ: ” بَيْنَا أَنَا أَمْشِي إِذْ سَمِعْتُ صَوْتًا...

SEEXANA MOO DHUFE MOO MALAA’IKAADHA? kutaa 1ffaa

KUTAA TOKKOFFAA DEEBII DUBBII SOBAA KIRISTAANONNI DUBBATANIIF. Akkuuma beekamu yeroo hedduu kiristaanonni dubbii sobaa facaasu, yeroo garii ammo yaada jibba qofaan guutameen ka’anii islaamummaa irratti kijiba labsu, akkuma amantii isaanii keessatti dubbii rabbi dabsuudhaan waaqa baay’isan, islaamummaa keessattis barsiisa haaraa kijibaan guutame facaasuuf dhama’u. Garuu islaamummaan amantaa rabbiin itti ajaje waan taheef tasuma hir’isuun hin...

Eenyummaa Nabi Muhammad saw Qaphxiilee 12

Nabi Muhammadiin ﷺ Ergamoota biraa irraa maaltu adda isaan taasisa ? 1. RABBIIN Nabiyyii Aadam irraa jalqabee jiran hunda yoo Nabi Muhammad [S.A.W] yeroo isaanii keessatti ergaman itti amanuu fi isa hordofuu waadaa seensise. 2. RABBIIN guddaan badii isaanii isa duraa fi isa boodaas dhiiseefii jira, kunis Nabi Muhammadiif qofa ture. 3. RABBIIN umrii Nabi...