بِسْـمِ اللّهِ وَلَجْنـَا، وَبِسْـمِ اللّهِ خَـرَجْنـَا، وَعَلَـى رَبِّنـَا تَوَكّلْـنَا

Bismillaahi walajnaa, wa bismillaahi kharajnaa, wa ‘alaaRabblnaa tawakkalnaa

Maqaa Rabbiitiin seenne, Maqaa Rabbiitiin baana, Gooftaa keenya irrattis hirkanna .(Namni tokko yeroo mana seenu fi yeroo nyaata jalqabu Maqaa Rabbii kaasuu qaba; akkasumas sheyxaannis, kana dhaga’ee akkana jedha: “halkan kana asitti gaaddisni fii  nyaannis nuuf hin jiru”.) jedha.

[Abu Dawud 4/325.]

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*