بِسْمِ اللّهِ وَالصَّلاَةُ وَالسَّلاَمُ عَلَى رَسُولِ اللّهِ، اَللَّهُـمَّ إِنِّي أَسْأَلُكَ مِنْ فَضْـلِكَ، اَللَّهُـمَّ اعْصِمْنِـي مِنَ الشَّيْـطَانِ الرَّجِـيمِ
Bismillaahi wassalaatu wassalaamu ‘alaa Rasoolillaahi, Allaahumma ‘innee ‘as’aluka min fadhlika, Allaahumma’simnee minash-Shaytaanir-rajeem.
Maqaa Rabbiitiin, nagayaa fi rahmanni Ergamaa Rabbii irratti haa jiraatu. Yaa Rabbi tola kee nan kadhadha yaa Rabbi sheyxaana ari’ame irraa na eegi.
[Abu Dawud 1/126, Sahih Al-Jami’ 1/528, Muslim 1/494. Sahih Ibn Majah 1/128-129.]