Prof. Durga Rao ogeessa addunyaa irratti beekamaa ta’e
damee Ji’ooloojii Galaanaa yoo ta’u, King keessatti piroofeesara ture
Yuunivarsiitii Abdul Aziiz Jiddaatti argamu. Akkas jedhamee gaafatame
keeyyata armaan gadii irratti yaada kenni:

أَوۡ كَظُلُمَٰتٖ فِي بَحۡرٖ لُّجِّيّٖ يَغۡشَىٰهُ مَوۡجٞ مِّن فَوۡقِهِۦ مَوۡجٞ مِّن فَوۡقِهِۦ سَحَابٞۚ ظُلُمَٰتُۢ بَعۡضُهَا فَوۡقَ بَعۡضٍ إِذَآ أَخۡرَجَ يَدَهُۥ لَمۡ يَكَدۡ يَرَىٰهَاۗ وَمَن لَّمۡ يَجۡعَلِ ٱللَّهُ لَهُۥ نُورٗا فَمَا لَهُۥ مِن نُّورٍ

Yookiin akka dukkana galaana gadi fagoo ta’e keessa jiru, kan danbaliin isa haguugeeti, kan gubbaa isaa danbaliin (biraa) jiru kan isa gubbaa duumessi jiru (haguuguuti), (Isheen kun) dukkana gariin ishee garii gubbaa jirtuudha; yeroo harka isaa baase argutti hin dhihaatu, Namni Allaahn ifaa isaaf hin taasisin, ifaan homaatuu isaaf hin jiru.
Suuraa Nuur Aayata 40
Prof. Rao akka jedhanitti saayintistoonni amma qofa mirkaneessuu kan danda’an.
, gargaarsa meeshaalee ammayyaatiin,

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*