Sheekh Abdurrhmaan Shariif
Haati tee kaafirallee taatu, warri keessan kaafirallee ta’u keessaahuu haadhaaf Abbaa keessan manxanfatuu qabdan. Waan dandeettaniin ka diinaa keessan madeessuu hin dandeenneen isaaniif tola ooluu ni dandeessu. Daliilli Asmaa bintu Abubakar obboleettii Ayishaadhaa Rasuula Rabbiititti dhuftee, madiinaadhatti. Waan jetteen, haadha tiyya kaafir*a magaalaa makkaa irraa kaatee natti duftee, akka ani isiidhaaf tola barbaadu barbaaddii maal ta’aa jetteen. Rasuulli Rabbii (a.s.w)Haadha tanteetiif tola oolii jedhaniin, anillee akkasuma siin jedha haadhaaf abbaa kankeetii tola ooli.