Hiika jechaatti: Waan tokko gara waan biraatti jijjiiruu

Seerri: Yoo Nuun Saakinah ykn Tanween booda qubeen Iqlaaba ب mul’ate sana booda dubbisaan Nuun Saakinah ykn Tanween bakka buusee Meem (م) godhatee sagalee Idghaam fi Ikhfaa’ gidduu jiruun ni qara’ama.

qubee Iqlaaba: ب .

 

 

Iqlaaba Nuuni Sakinah
Iqlaaba Tanwiinaa

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*