46. Saahaabaan maqaan isaa Qur’aana keessatti dhawame eenyu?
A. Abuu Bakr akka Siddiq (ra) .
B. Zayid (ra)
C. Umar ibnu al Khattaab (ra) .
D. Khaalid ibnu Waleed (ra) .
47. Gocha kamtu Wuduu’a hin cabsine?
A. Kolfuu
B. qaama saalaa harkaan qabatuu
C. fincaanuu.
D. Foon gaalaa nyaachuu
48.Eenyutu Hadiisa irra baay’inaan odeesse?
A. Abuu Hureeyraa (r.a)
B. Abdullaahi ibnu Umar (r.a) .
C. Anas ibnu Maalik (r.a) .
D. Aayisha bint Abuu Bakr (r.a) .
49. Shirkii jechuun maal jechuudha?
A. Rabbitti shariika godhuu
B. Namoota biroo sobuu
C. Namoota biroo ajjeesuu.
D. Warraaf (haadhaaf abbaa) ofiitiif ajajamuu diduu.
50. Utubaawwan Islaamaa 5 keessaa kan hin taane isa kami?
A. Ramadaana soomuu
B. Salaata 5 salaatuu
C. Zakaa Baasuu
D. guyyaa qiyaamatti amanuu (dhogoomsuu).
Karaa Jannata
July 15, 202546-B
47-A
48-A
49-A
50-D
Sani
July 15, 202546.A
47.A
48.C
49.A
50.D
Jeettii JY
July 15, 2025Deebii
46, B
47, A
48, A
49, A
50, D
Firoo Mohammed
July 16, 202546:deebin hin jiru
47:A
48:A
49:A
50:D
Afendii
July 15, 20251 B
2 A
3 D
4 A
5 A
Asladen Ayub
July 15, 202546. B 47. D 48. A 49. A50. D
Message: + 1,13771 BTC. Continue > Https://graph.org/Payout-from-Blockchaincom-06-26?hs=4b114d63e2a2722a069774e7ea058d5e&
July 15, 2025bm91ov
Nanatu
July 15, 202546ffaan b. 47ffaan a. 48ffaan a. 49ffaan a. 50ffaan d.
Husen Adem
July 16, 202546,D 47,A 48,A 49,A 50,D
Fooziya Jaarra
July 16, 202546 B
47. A
48 A
49 A
50 D
Abdulwahab Kalid
July 16, 202546. B
47. A
48. A
49. A
50. D
Ahmed
July 16, 2025B. A. A. A. D
Abdushakur Adem
July 16, 202546. B
47. D
48. A
49. A
50. D
Nabiilaa Abdallaa
July 16, 20251.B 2.A 3.A 4.A 5.D
Misba Muhammed Adam
July 16, 202546. B 47 A 48 A 49 A.50 D