71. Muslima ta’uuf dirqamni jalqabaa maali?
A) Salaata
B) Saawuma
C) Hajjii
D) Shahaadaa
72. Maalirraa Zakaa kaffaluu qabna ?
A) Maallaqa qofa
B) Faaya
C) Loon
D) Kannneen armaan olii hunda
73. Akka suuraa Tauba (9:40) keessatti ibsametti hiriyyaan Nabi Muhammad (SAW) holqa keessaa eenyu ture?
A. Abu Bakr (R.A) .
B. Umar (R.A) .
C. Usmaan (R.A) .
D. Alii (R.A) .
74. Islaamummaa keessatti namni jalqabaa wareegame eenyu?
A. Abuu Bakr (R.A) .
B. Umar (R.A) .
C. Usmaan (R.A) .
D. Sumayyaa bint Khayyaat (R.A) .
75. Jechi jalqaba Qur’aana irraa bu’e maal?
A.“Dubbisi” (Iqra’a) .
B. “Barreessi” (Uktub) .
C. “Dhaga’i” (Istami’a) .
D “Dubbachuu” (Qul) .