81. Abbaan Aishah (r.a.) … ?
A) Abuu Xaalib
B) Usmaan (r.a.) .
C) Abuu Bakr (r.a.) .
D) Umar (r.a.) .
82.Qur’aana keessatti suuraalee ___tu jira.
A. 7
B. 333
C. 114.
D. 76
83. Faaximaa (r.a.) fi abbaan warraa ishee ijoollee shan godhatan : Hasan, Huseen, ……, Zainab fi Ummu Kulthum
A) Muhaasiin
B) Qaasim
C) Abdallaa
D) Ibraahim
84. Aayatawwan Qur’aanaa jalqabaa Nabi Muhammad (P.B.U.H.) irratti buufaman eessatti bu’an.
A. Kaba’aa keessatti
B. Arafaa irratti
C. Holqa Hiraa keessatti
D. Holqa Najwaa keessatti
85. Qur’aanni waggaa meeqa keessatti bu’e ?
A. Waggaa 63
B. Waggaa 40
C. Waggaa 23
D. Waggaa 10