86. soomni Baatii islaamaa tam keessa soomama?
A. Shawwaal
B. Ramadaan
C. Dhul-Hijjaa
D. Rajab
87. Yeroo haxxifattu maal jetta?
A. In sha Allah
B. Masha Allah
C. Alhamdulillah
D. Astagfirullah
88. Ibliis maal ture ?
A. Ilma namaa
B. Ergamaa
C. Ergamaa
D. Jinni tokko
89. Soomanni, ji’a Ramadaanaa yoom dirqama(waajiba) ta’e?
A. Hijraa waggaa 2ffaa
B. Hijraa dura waggaa tokko
C. Hijraa waggaa 10ffaa
D. Hijraa waggaa 6ffaa
90. Qur’aana keessatti maqaan biyya Arabaa kamtu dawame (dubbatame) ?
A. Falasxiin
B. Iraan
C. Gibxii (misra)
D. Ameerikaa