11. Maqaan Rabbii Al-Mu’izz jedhu maal jechuudha?
A. Kan ulfina salphisu
B. Kan murteessu
C. Kan kabaja kennu
D. Kan hunda isaa argu
12. Du’aa’ii eenyuu Rabbiin hin fudhanne? deebiin 2 isaan lamaan sun kamiif kam ?.
A. Nama yeroo hedduu Rabbiin kadhatu.
B. Nama du’e giddu-galeessa godhatee Rabbiin gaafatu.
C. Nama imimmaaniin Rabbiin gaafatu
D. Nama xiyyeeffannaa tokko malee Rabbiin gaafatu.
13. ilmi Abbeeraa Nabi Muhammad (s.a.w) kan jalqabaa eenyu ture?
A. Abdullaahi ibnu al-Abbaas (ra) .
B. Abdullaahi ibnu Umar (ra) .
C. Khaalid ibnu Waleed (ra) .
D. Abuu Hureeyraa (ra) .
14. Guyyaa Qiyaamaa eenyutu kitaaba hojii isaanii harka mirgaan argata?
A. Kaafiroota
B. Muslimtoota
C. Fakkeessitoonni
D. Hoggantoonni
15. Imaamu Al-Bukhaariin (ra) dhimma akkamii waliin dhalate akkamitti akka sirreeffame?
A. Gurri isaa hin dhageenye & qorichaan dhaabbataa.
B. Jaamaa & qorichaan dhaabbataa.
C. Gurri isaa hin dhageenye & dua haadha waliin dhaabbataa
D. Jaamaa & dua haadha waliin dhaabbataa
Shumbura Gena
July 13, 2025C
Shumbura Gena
July 13, 202511, C
Madinaa
July 13, 202511 C Kani kabaja kennu
12 D Nama xiyyefana tokko malee rabbin gafatu
13 A Abbadala ibnu abasi(r.a)
14 B Muslimoota
15 D Jaamaa &duaa hadhaa waliin dhaabate
Fooziya Jaarra
July 13, 202511 C
12. B fi D
13. A
14. B
15 B
Nanatu
July 13, 202511ffaan C . 12ffaan B FI D. 13ffaan A. 14ffaan B. 15ffaan D.
Salih Usmail
July 13, 202511. C
12. B & D
13. A
14. B
15. D
Saalim Ahmed
July 13, 202511.C
12.C&D
13.A
14.B
15.D
Jeettii JY
July 13, 2025Deebii
11, C
12 , B & D
13, A
14 , B
15, B & D
Amir
July 13, 2025C
D
A
B
D
Maawii
July 13, 202511 C
12 b fii d
13 A
14 b
15 A
Abdulwahab Kalid
July 13, 202511 → C
12 → B & D
13 → A
14 → B
15 → C
Hussein Aliy Adem
July 13, 202511-C
12-B
13-A
14-B
15-D
Hussein Aliy Adem
July 13, 2025Kun haqme jira
Hussein Aliy Adem
July 13, 202511-C
12-B fi D
13-A
14-B
15-D
Shumbura Gena
July 13, 202511C
12 B
13 A
14 B
15 D
Fadila Ahemd
July 13, 202511C 12B Fi D 13A 14B 15D
Karaa Jannata
July 13, 202511-C
12-B fi D
13-A
14-B
15-D
Asladen Ayub
July 13, 202511 c
12 A and C
13 A
14 B
15. A and C
Zenii Galii
July 14, 202511 C
12 B/D
13 A
14 B
15 D
Rafiiqul Islaam
July 14, 202511 → C
12 → B & D
13 → A
14 → B
15 → D