31) Maqaan biraa Qur’aanaaf moggaafame maali?
A. Ar-Rahmaan
B.Al-Baqarah
C. Al-Furqaan
D. Al-Sahiih
32. Khaliifaa kamtu Al-Aqsaa Yerusaalemiin too’ate?
A. Abuu Bakr (r.a) .
B. Umar ibnu al-Khattab (r.a) .
C. Usmaan ibnu Affaan (r.a) .
D. Alii ibnu Abii Xaalib (r.a) .
33) Mariin hoogganaa muslimaa fii hordoftoota jiddutti godhamu maal jedhama?
A. Ijma
B. Shuuraa
C. Shari’aa
D. Daliila
34. Nabi Muhammad صلى الله عليه وسلم yeroo Israa wal Miraaj samii adda addaa irratti Nabiyyitoota meeqa wal argan?
A. 5
B. 6
C. 7
D. 8
35. Lola kam keessatti xiyyaa warri muslimaa tokko tokko ajaja Nabi Muhammad صلى الله عليه وسلم cabsan?
A. Lola Badr
B. Lola Uhud
C. Lola Khaybar
D.Lola Khandaq
Nasraddiin Adam
July 14, 202531.C
32.C
33.B
34.C
35.B
Jeettii JY
July 14, 2025Deebii
31, C
32, B
33, B
34, C
35, B
Nanatu
July 15, 202531ffaan c. 32ffaan b. 33ffaan b. 34ffaan d. 35ffaan b.
Kedir
July 14, 202531C
32B
33B
34C
35B
Simale Gudata
July 14, 202531 A 32 B 33 B 34 C 35 B
Fooziya Jaarra
July 14, 202531 C
32 B
33 B
34 D
35 B
SHASHUU ABDELLAH
July 14, 20253️⃣1️⃣C
3️⃣2️⃣B
3️⃣3️⃣A
3️⃣4️⃣C
3️⃣5️⃣B
Zebibaa Jeylaan
July 14, 202531,C
32,B
33,b
34,d
35,b
Karaa Jannata
July 15, 202531-C
32-B
33-B
34-D
35-B
Nanatu
July 15, 202531ffaan c. 32ffaan b. 33ffaan b. 34ffaan d. 35ffaan b.
Abdulwahab Kalid
July 15, 202531,C
32,B
33,B
34,c
35,C