36. Nabiyyiin (a.s) Qur’aana keessatti maqaan baay’inaan dubbatame isa kami?

A. Nabi Muhammad صلى الله عليه وسلم
B. Nabi Isaa (as) .
C. Nabi Muusaa (as)
D. Nabi Aadam (as) .

37.  Hiikni afaanii Taraweeh maali?

A. Boqochuuf ✔️
B. Kadhachuuf
C. Hirribaa turuuf
D. Rafuudhaaf

38.  Hayyoonni shirkii gosa meeqatti qoodanii jiru?

A. 2
B. 3
C. 4
D. 5

39. Malaayikaa  kamtu karra Ibidda(Jahannam)  eegduu ?

A. Jibriil (a.s) .
B. Mikaa’iil (a.s) .
C. Maalik (a.s)
D. Israafiil (a.s) .

40. Yeroo meeqa qalbiin Nabi Muhammad (saw) Malaaykaa Jibriiliin dhiqame?

A. 0
B. 1
C. 2
D. 3

 

Comments (12)

  • Simale Gudata

    July 14, 2025

    36,C
    37,A
    38,A
    39,B
    40,C

  • SHASHUU ABDELLAH

    July 14, 2025

    3️⃣6️⃣C
    3️⃣7️⃣B
    3️⃣8️⃣A
    3️⃣9️⃣C
    4️⃣0️⃣B

    • Zebibaa Jeyluu

      July 14, 2025

      36,C
      37,b
      38,b
      39,C
      40,d

  • Jeettii JY

    July 14, 2025

    Deebii
    36, C
    37, A
    38, A
    39, C
    40, C

    • Nanatu

      July 15, 2025

      36ffaan c. 37ffaan b. 38ffaan a. 39ffaan c. 40ffaan c.

  • Zebibaa Jeylaan

    July 14, 2025

    36,C
    37,b
    38,b
    39,C
    40,d

    • Nanatu

      July 15, 2025

      36ffaan c. 37ffaan b. 38ffaan a. 39ffaan c. 40ffaan c.

  • Karaa Jannata

    July 15, 2025

    36-C
    37-A
    38-A
    39-C
    40-C

  • Nanatu

    July 15, 2025

    36ffaan c. 37ffaan b. 38ffaan a. 39ffaan c. 40ffaan c.

  • SiraJ Raya

    July 15, 2025

    36C
    37A
    38A
    39C
    40B

  • Abdulwahab Kalid

    July 15, 2025

    36,C
    37,A
    38,A
    39,c
    40,c

  • Fooziya Jaarra

    July 16, 2025

    36 C
    37 A
    38 B
    39 C
    40 C

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*