41.   Tartiiba sirrii Nabi Muhammad صلى الله عليه وسلم haadha manaa 4 kana fuudhan isa kami?

A. Aa’ishaa, Khadijaa, Zaynab & Hafsa
B. Khadija, Aa’isha, Hafsaa & Zaynab
C. Khadijaa, Hafsaa, A’isha & Zaynab
D. Aa’isha, Hafsa, Khadija & Zaynab

42. Kanneen armaan gadii keessaa , qaama Towhiida Ar-Rububiyyaa hin taane kami?

A. Waan hunda kan uume Rabbiin qofa
B. Rabbii tokkicha qofa gabbara.
C. Waan hundumaa kan qabu Rabbii tokkicha.
D. Waan hunda to’ata Rabbiin qofa.

43. Tokkoon tokkoo raka’aa salaataa keessatti,  suuraa Fatihaa qara’uun.

A. Dirqama kan hinta’in
B. Jajjabeeffame
C. Barbaachisaa miti
D.Dirqama

44. Masjiidni jalqabaa Nabi Muhammad (saw) ijaaran maqaan isaa maal jedhama?

A. Masjiid Qubaa
B. Masjiida an Nabaawwii
C. Masjid al Haram
D. Masjid al Aqsaa

45. Bineensi balali’u kan Nabi Muhaammad (s.a.w) ittiin gara samiitti imalan, maqaan isaa maal jedhama?

A. Mikaa’el
B. Buraaq
C. Miraaj
D. Suraaq

 

Comments (16)

  • Karaa Jannata

    July 15, 2025

    41-B
    42-B
    43-D
    44-A
    45-B

    • Nanatu

      July 15, 2025

      41ffaan b. 42ffaan b 43ffaan d. 44ffaan a. 45ffaan b.

    • Sofiaa Nagaash

      July 15, 2025

      B
      D
      D
      B
      B

    • Abdushakur Adem

      July 15, 2025

      41. C
      42. B
      43. D
      44. A
      45. B

  • Masuud Mohamed

    July 15, 2025

    41. B
    42. B
    43. D
    44. A
    45. B

  • Nanatu

    July 15, 2025

    41ffaan b. 42ffaan b 43ffaan d. 44ffaan a. 45ffaan b.

  • Jeettii JY

    July 15, 2025

    Deebii

    41, B
    42, B
    43, D
    44, A
    45, B

    • Fuad

      July 15, 2025

      C
      B
      D
      B
      C

  • Afendii

    July 15, 2025

    1,B
    2,B
    3,D
    4,B
    5,B

  • Afendii

    July 15, 2025

    Akkaa narra hin korrajinaa

  • Mahdi Mohammed

    July 15, 2025

    1,A
    2,B
    3,B
    4,A
    5,D

  • Asladen Ayub

    July 15, 2025

    41.B 42. B 43.D 44. A 45 B

  • Nasraa Hasan

    July 15, 2025

    41 B
    42 B
    43 D
    44 A
    45 B

  • Nabiilaa Abdallaa

    July 15, 2025

    1.c
    2.b
    3.d
    4.c
    .5.c

  • Fooziya Jaarra

    July 16, 2025

    41 B
    Garuu Akka Tartiibatti Tan Kadiijatti Aantuu Sowdatu Bintu Zam’aadha

    42. B
    43 D
    44 A
    45 B

  • Abdulwahab Kalid

    July 16, 2025

    41. B

    42. B

    43. D

    44. A

    45. B

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*