Gaaffii: Guyyaa tokko konkolaataa namaan wajji yaabbadhee osoo noolii isii hin kafalin irraa bu’e,  jarrillee na hin gaafannee anillee irraanfadhee achumaan dabree?

Deebisaa: Yoo jara argitee itti hin kennine maqaa jaraatiin sadaqadhuu ufirraa baasi. (Maqaa jaraatiin sadaqadhu). Haala saniin yoo ufirraa baafte guyyaa qiyaamaa wanni sirraa fedhan hin jiru.

 

Sheekh Alii Jimmaa

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*