Gaaffii: Nama tokkon wal jaalannee wal heerumna jennee warra kiyyattillee dhaamee, akka nikaaha na gootan jedhee dhaamsa bira kaayyadhe. Garuu jala deemee eega isaa qoradheen boodatti akka nama kijibaa ta’eef akka dhalaa biraa wajjiin kijibee jiruufii akka badii adda addaa qabu itti dhaqqabee waan sanirraa uf duuba deebi’e. uf duuba deebi’uu kiyya kanatti maaltu narra jira?
Deebii:
Abbaan kankee ka si dhale nama ati hin feeneef si kennuu hin danda’u, waan biraa dhiisii. Akkuma sanii ufiifillee yoo jaalattee waan duraan inni sitti kijibu dhugoomsattee jaalattee, yoo isa boodaan waa dhageesse didduudhaaf mirga guutuu qabda.
Dr. Liwaa’ul Islam